Taha · 93/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Taha
أَلَّا تَتَّبِعَنِ ۖ أَفَعَصَيْتَ أَمْرِي ۝٩٣
Allaa tattabi`ani afa`asaita amree
📖 Afaan Oromoon
Ana hordofuu (maaltu si dhorge?) Moo ajaja kiyya fudhachuu didde?”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 91-95 — Taha

91قَالُوا لَن نَّبْرَحَ عَلَيْهِ عَاكِفِينَ حَتَّىٰ يَرْجِعَ إِلَيْنَا مُوسَىٰ
[Isaan] “Hanga Muusaan gara keenya deebi’utti Nuti isa (Jibicha) gabbaruu irraa hin deemnu” jedhan
92قَالَ يَا هَارُونُ مَا مَنَعَكَ إِذْ رَأَيْتَهُمْ ضَلُّوا
(Muusaanis) ni jedhe: “Yaa Haaruun! Yeroo jallachuu isaanii argite maaltu si dhorge
93أَلَّا تَتَّبِعَنِ ۖ أَفَعَصَيْتَ أَمْرِي
Ana hordofuu (maaltu si dhorge?) Moo ajaja kiyya fudhachuu didde?”
94قَالَ يَا ابْنَ أُمَّ لَا تَأْخُذْ بِلِحْيَتِي وَلَا بِرَأْسِي ۖ إِنِّي خَشِيتُ أَن تَقُولَ فَرَّقْتَ بَيْنَ بَنِي إِسْرَائِيلَ وَلَمْ تَرْقُبْ قَوْلِي
(Haaruunis) “Yaa ilma harmee kiyyaa! Areeda kiyyas ta’ee mataa kiyya hin qabinDhugumatti, ‘Ati gidduu ilmaan Israa’iil addaan baafte; jecha kiyyas hin eegdu (naan) jettaan sodaadhe” jedhe
95قَالَ فَمَا خَطْبُكَ يَا سَامِرِيُّ
(Muusaanis) ni jedhe: “Ati hoo yaa Saamiriyyii! Maal taate?”
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
93Aayah

Hiikkaa — Taha 93

Suuratu Taha Aayah 93 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ana hordofuu (maaltu si dhorge?) Moo ajaja kiyya fudhachuu didde?”

Suuratu Aayah 93/135 — Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Taha Caqasi, Taha Hiikkaa, Taha mp3, Taha pdf. Aayah 91–95. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers