Al-Mu'minun · 46/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mu'minun
إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِ فَاسْتَكْبَرُوا وَكَانُوا قَوْمًا عَالِينَ ۝٤٦
Ilaa Fir`awna wa mala`ihee fastakbaroo wa kaanoo qawman `aaleem
📖 Afaan Oromoon
Gara Fir’awniifi qondaaltota isaa (ergine)Isaan garuu ni boonan; namoota ol aanoo of taasisan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 44-48 — Al-Mu'minun

44ثُمَّ أَرْسَلْنَا رُسُلَنَا تَتْرَىٰ ۖ كُلَّ مَا جَاءَ أُمَّةً رَّسُولُهَا كَذَّبُوهُ ۚ فَأَتْبَعْنَا بَعْضَهُم بَعْضًا وَجَعَلْنَاهُمْ أَحَادِيثَ ۚ فَبُعْدًا لِّقَوْمٍ لَّا يُؤْمِنُونَ
Sana booda ergamtoota keenya walduraa duubaan ergineDhawaatuma ummata tokkotti ergamaan ishee dhufuun isa sobsiisuKanaafuu (badii keessatti) garii isaanii garii hordofsiifneOduu odeeffamu isaan taasifneNamoota hin amanneef fageenyi haa ta’u
45ثُمَّ أَرْسَلْنَا مُوسَىٰ وَأَخَاهُ هَارُونَ بِآيَاتِنَا وَسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
Sana booda Muusaafi obboleessa isaa Haaruuniin raajiiwwan keenyaafi ragaa ifa galaan ergine
46إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِ فَاسْتَكْبَرُوا وَكَانُوا قَوْمًا عَالِينَ
Gara Fir’awniifi qondaaltota isaa (ergine)Isaan garuu ni boonan; namoota ol aanoo of taasisan
47فَقَالُوا أَنُؤْمِنُ لِبَشَرَيْنِ مِثْلِنَا وَقَوْمُهُمَا لَنَا عَابِدُونَ
Ni jedhan: “Sila namoota lama kan nu fakkaataniifi ummanni isaanii nuuf gabbartoota taan isaaniif amannaa
48فَكَذَّبُوهُمَا فَكَانُوا مِنَ الْمُهْلَكِينَ
Kanaafuu isaan lamaan ni sobsiisanWarra balleeffaman irraas ta’an
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 46

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara Fir’awniifi qondaaltota isaa (ergine)Isaan garuu ni boonan; namoota ol…

Suuratu Aayah 46/118 — Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mu'minun Caqasi, Al-Mu'minun Hiikkaa, Al-Mu'minun mp3, Al-Mu'minun pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers