Al-Mu'minun · 67/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
مُسْتَكْبِرِينَ بِهِ سَامِرًا تَهْجُرُونَ ۝٦٧
Mustakbireena bihee saamiran tahjuroon
📖 Afaan Oromoon
Isaan (Harama makkaatiin) warra boonan taatanii halkanis kaabaa biratti (Quraana) arrabsitu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 65-69 — Suuratu Al-Mu'minun

65لَا تَجْأَرُوا الْيَوْمَ ۖ إِنَّكُم مِّنَّا لَا تُنصَرُونَ
Har’a hin iyyinaaDhugumatti, isin Nu irraa tumsa hin argattanu
66قَدْ كَانَتْ آيَاتِي تُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ فَكُنتُمْ عَلَىٰ أَعْقَابِكُمْ تَنكِصُونَ
Dhugumatti, keeyyattoonni kiyya isin irratti dubbifamaa turaniiti, isin duubatti irraa deebi’aa turtan
67مُسْتَكْبِرِينَ بِهِ سَامِرًا تَهْجُرُونَ
Isaan (Harama makkaatiin) warra boonan taatanii halkanis kaabaa biratti (Quraana) arrabsitu
68أَفَلَمْ يَدَّبَّرُوا الْقَوْلَ أَمْ جَاءَهُم مَّا لَمْ يَأْتِ آبَاءَهُمُ الْأَوَّلِينَ
Sila jecha (Rabbii) hin xiinxalanuu? Moo waan abbootii isaanii kan jalqabaatti hin dhufintu isaanitti dhufe
69أَمْ لَمْ يَعْرِفُوا رَسُولَهُمْ فَهُمْ لَهُ مُنكِرُونَ
Ergamaa isaanii hin beekinii, isa sobsiisan moo
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
67Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 67

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 67 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan (Harama makkaatiin) warra boonan taatanii halkanis kaabaa biratti (Quraana)…

Suuratu Aayah 67/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 65–69. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers