Ash-Shu'ara · 151/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَلَا تُطِيعُوا أَمْرَ الْمُسْرِفِينَ ۝١٥١
Wa laa tutee`ooo amral musrifeen
📖 Afaan Oromoon
Ajaja warra daangaa dabranii hin fudhatinaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 149-153 — Suuratu Ash-Shu'ara

149وَتَنْحِتُونَ مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا فَارِهِينَ
Cocollee taatanii gaarreen irraas manoota bocattuu (soqattuu)
150فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
151وَلَا تُطِيعُوا أَمْرَ الْمُسْرِفِينَ
Ajaja warra daangaa dabranii hin fudhatinaa
152الَّذِينَ يُفْسِدُونَ فِي الْأَرْضِ وَلَا يُصْلِحُونَ
Isaan Dachii keessatti badii raawwataniifi toltuu hin raawwannee” [jedhe]
153قَالُوا إِنَّمَا أَنتَ مِنَ الْمُسَحَّرِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Ati namoota sihriin (falfalli) baay’een itti godhame irraa isa tokkoodha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
151Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 151

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 151 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ajaja warra daangaa dabranii hin fudhatinaa

Suuratu Aayah 151/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 149–153. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers