Ash-Shu'ara · 152/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
الَّذِينَ يُفْسِدُونَ فِي الْأَرْضِ وَلَا يُصْلِحُونَ ۝١٥٢
Allazeena yufsidoona fil ardi wa laa yuslihoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan Dachii keessatti badii raawwataniifi toltuu hin raawwannee” [jedhe]

🎧 Caqasi


📜 Aayah 150-154 — Suuratu Ash-Shu'ara

150فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
151وَلَا تُطِيعُوا أَمْرَ الْمُسْرِفِينَ
Ajaja warra daangaa dabranii hin fudhatinaa
152الَّذِينَ يُفْسِدُونَ فِي الْأَرْضِ وَلَا يُصْلِحُونَ
Isaan Dachii keessatti badii raawwataniifi toltuu hin raawwannee” [jedhe]
153قَالُوا إِنَّمَا أَنتَ مِنَ الْمُسَحَّرِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Ati namoota sihriin (falfalli) baay’een itti godhame irraa isa tokkoodha
154مَا أَنتَ إِلَّا بَشَرٌ مِّثْلُنَا فَأْتِ بِآيَةٍ إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
Ati namuma akka keenyaati malee waan biraatii mitiWarra dhugaa dubbatan irraa yoo taate mallattoo fidi.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
152Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 152

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 152 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan Dachii keessatti badii raawwataniifi toltuu hin raawwannee” [jedhe]

Suuratu Aayah 152/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 150–154. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers