Ash-Shu'ara · 150/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ ۝١٥٠
Fattaqul laaha wa atee`oon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 148-152 — Suuratu Ash-Shu'ara

148وَزُرُوعٍ وَنَخْلٍ طَلْعُهَا هَضِيمٌ
Oorruuwwaniifi muka tamirii ijji ishee Bilchaataa taate (keessattis ni dhiifamtuu)
149وَتَنْحِتُونَ مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا فَارِهِينَ
Cocollee taatanii gaarreen irraas manoota bocattuu (soqattuu)
150فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
151وَلَا تُطِيعُوا أَمْرَ الْمُسْرِفِينَ
Ajaja warra daangaa dabranii hin fudhatinaa
152الَّذِينَ يُفْسِدُونَ فِي الْأَرْضِ وَلَا يُصْلِحُونَ
Isaan Dachii keessatti badii raawwataniifi toltuu hin raawwannee” [jedhe]
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
150Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 150

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 150 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa

Suuratu Aayah 150/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 148–152. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers