Ash-Shu'ara · 9/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝٩
Wa inna Rabbaka la Huwal `Azeezur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 7-11 — Ash-Shu'ara

7أَوَلَمْ يَرَوْا إِلَى الْأَرْضِ كَمْ أَنبَتْنَا فِيهَا مِن كُلِّ زَوْجٍ كَرِيمٍ
Sila gara Dachii akka nuti gosoota gaggaarii hunda irraa meeqaatama ishee keessatti biqilchine isaan hin ilaallee
8إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, sana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaaniis kan amanan hin taane
9وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
10وَإِذْ نَادَىٰ رَبُّكَ مُوسَىٰ أَنِ ائْتِ الْقَوْمَ الظَّالِمِينَ
Yeroo Gooftaan kee “Gara ummata miidhaa dalagdootaa deemi” [jedhee] Muusaa waame [yaadadhu]
11قَوْمَ فِرْعَوْنَ ۚ أَلَا يَتَّقُونَ
“Gara ummata Fir’awn [dhaqi]Sila Rabbiin hin sodaatanii? [jedhiin].”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 9

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 9/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers