An-Naml · 4/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
إِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ زَيَّنَّا لَهُمْ أَعْمَالَهُمْ فَهُمْ يَعْمَهُونَ ۝٤
Innal lazeena laa yu`mimoona bil Aakhirati zaiyannaa lahum a`maalahum fahum ya`mahoon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaan Aakhiraatti hin amanin, [gadhee] dalagaa isaanii isaaniif miidhagsineIsaanis ni dhama’u

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu An-Naml

2هُدًى وَبُشْرَىٰ لِلْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminootaaf qajeelfamaafi gammachiisaadha
3الَّذِينَ يُقِيمُونَ الصَّلَاةَ وَيُؤْتُونَ الزَّكَاةَ وَهُم بِالْآخِرَةِ هُمْ يُوقِنُونَ
(Isaan) warra Salaata dhaaban, zakaa kennaniifi isaan Aakhiraatti amananiidha
4إِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ زَيَّنَّا لَهُمْ أَعْمَالَهُمْ فَهُمْ يَعْمَهُونَ
Dhugumatti, isaan Aakhiraatti hin amanin, [gadhee] dalagaa isaanii isaaniif miidhagsineIsaanis ni dhama’u
5أُولَٰئِكَ الَّذِينَ لَهُمْ سُوءُ الْعَذَابِ وَهُمْ فِي الْآخِرَةِ هُمُ الْأَخْسَرُونَ
Isaan sun warra [addunyaa keessatti] adabbiin hamaan isaaniif jiruudhaIsaan Aakhiraatti isaanumatu hoonga’oodha
6وَإِنَّكَ لَتُلَقَّى الْقُرْآنَ مِن لَّدُنْ حَكِيمٍ عَلِيمٍ
Dhugumatti, ati Quraana [Rabbii] ogeessa, beekaa ta’e irraa qunnamta
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — An-Naml 4

Suuratu An-Naml Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaan Aakhiraatti hin amanin, [gadhee] dalagaa isaanii isaaniif miidhagsineIsaanis…

Suuratu Aayah 4/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers