An-Naml · 69/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُجْرِمِينَ ۝٦٩
Qul seeroo fil ardi fanzuroo kaifa kaana `aaqibatul mujremeen
📖 Afaan Oromoon
“Dachii keessa deemaatii booddeen badii raawwattootaa akkam akka ta’e ilaalaa” jedhi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 67-71 — Suuratu An-Naml

67وَقَالَ الَّذِينَ كَفَرُوا أَإِذَا كُنَّا تُرَابًا وَآبَاؤُنَا أَئِنَّا لَمُخْرَجُونَ
Isaan kafaran ni jedhan: “Sila yeroo [duunee] biyyee taane, nuufi abbootiin keenya dhugumatti ni kaafamnaa
68لَقَدْ وُعِدْنَا هَٰذَا نَحْنُ وَآبَاؤُنَا مِن قَبْلُ إِنْ هَٰذَا إِلَّا أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, nuufi abbootiin keenya nuun duratti kana waadaa galamnee turreGaruu kunis ogbarruu warra durii malee hin taane” [jedhan]
69قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُجْرِمِينَ
“Dachii keessa deemaatii booddeen badii raawwattootaa akkam akka ta’e ilaalaa” jedhi
70وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُن فِي ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ
Isaan irratti hin gaddinTooftaa isaan baasanuufis dhiphina keessatti hin ta’in
71وَيَقُولُونَ مَتَىٰ هَٰذَا الْوَعْدُ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
“Yoo dhugaa dubbattoota taatan waadaan kun yoomi?” jedhu
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
69Aayah

Hiikkaa — An-Naml 69

Suuratu An-Naml Aayah 69 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Dachii keessa deemaatii booddeen badii raawwattootaa akkam akka ta’e ilaalaa”…

Suuratu Aayah 69/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 67–71. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers