An-Naml · 70/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُن فِي ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ ۝٧٠
Wa laa tahzan `alaihim wa laa takun fee daiqim mimmaa yamkuroon
📖 Afaan Oromoon
Isaan irratti hin gaddinTooftaa isaan baasanuufis dhiphina keessatti hin ta’in

🎧 Caqasi


📜 Aayah 68-72 — Suuratu An-Naml

68لَقَدْ وُعِدْنَا هَٰذَا نَحْنُ وَآبَاؤُنَا مِن قَبْلُ إِنْ هَٰذَا إِلَّا أَسَاطِيرُ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, nuufi abbootiin keenya nuun duratti kana waadaa galamnee turreGaruu kunis ogbarruu warra durii malee hin taane” [jedhan]
69قُلْ سِيرُوا فِي الْأَرْضِ فَانظُرُوا كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُجْرِمِينَ
“Dachii keessa deemaatii booddeen badii raawwattootaa akkam akka ta’e ilaalaa” jedhi
70وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَلَا تَكُن فِي ضَيْقٍ مِّمَّا يَمْكُرُونَ
Isaan irratti hin gaddinTooftaa isaan baasanuufis dhiphina keessatti hin ta’in
71وَيَقُولُونَ مَتَىٰ هَٰذَا الْوَعْدُ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
“Yoo dhugaa dubbattoota taatan waadaan kun yoomi?” jedhu
72قُلْ عَسَىٰ أَن يَكُونَ رَدِفَ لَكُم بَعْضُ الَّذِي تَسْتَعْجِلُونَ
“Gariin wanta isin ariifachiifattanii kan isinitti dhihaate ta’uun dhugaadha” jedhi
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
70Aayah

Hiikkaa — An-Naml 70

Suuratu An-Naml Aayah 70 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan irratti hin gaddinTooftaa isaan baasanuufis dhiphina keessatti hin ta’in

Suuratu Aayah 70/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 68–72. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers