Al-'Ankabut · 26/69
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-'Ankabut
۞ فَآمَنَ لَهُ لُوطٌ ۘ وَقَالَ إِنِّي مُهَاجِرٌ إِلَىٰ رَبِّي ۖ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ ٢٦
Transliteration
Fa aamana lahoo Loot; wa qaala innee mauhajirun ilaa Rabbee innahoo Huwal `Azeezul Hakeem
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Luuxis isaaf (Ibraahiimiif) ni amane(Ibraahiimis) “ani gara Rabbii kiyyaa godaanaadhaDhugumatti, Inni injifataa, ogeessa” jedhe
🎧 Caqasi
📜 Aayah 24-28 — Al-'Ankabut
24فَمَا كَانَ جَوَابَ قَوْمِهِ إِلَّا أَن قَالُوا اقْتُلُوهُ أَوْ حَرِّقُوهُ فَأَنجَاهُ اللَّهُ مِنَ النَّارِ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Deebiin ummata isaas “Isa ajjeesaa yookiin isa gubaa” jechuu malee waan biraa hin taaneAllaahnis Ibidda irraa isa baraarsee jiraDhugumatti, kana keessa namoota amananiif mallattooleetu jira
25وَقَالَ إِنَّمَا اتَّخَذْتُم مِّن دُونِ اللَّهِ أَوْثَانًا مَّوَدَّةَ بَيْنِكُمْ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا ۖ ثُمَّ يَوْمَ الْقِيَامَةِ يَكْفُرُ بَعْضُكُم بِبَعْضٍ وَيَلْعَنُ بَعْضُكُم بَعْضًا وَمَأْوَاكُمُ النَّارُ وَمَا لَكُم مِّن نَّاصِرِينَ
[Ibraahiimis] “Isin Rabbii gaditti jiruu addunyaa keessatti sanama wanti tolfattaniif jaalala jidduu keessaniitiif qofaSana booda Guyyaa Qiyaamaa gariin keessan garitti kafaraGariin keessan garii abaarasManni jireenya keessaniis ibidda ta’a; tumsitoonni homaatuu isiniif hin jiru” jedhe
26۞ فَآمَنَ لَهُ لُوطٌ ۘ وَقَالَ إِنِّي مُهَاجِرٌ إِلَىٰ رَبِّي ۖ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Luuxis isaaf (Ibraahiimiif) ni amane(Ibraahiimis) “ani gara Rabbii kiyyaa godaanaadhaDhugumatti, Inni injifataa, ogeessa” jedhe
27وَوَهَبْنَا لَهُ إِسْحَاقَ وَيَعْقُوبَ وَجَعَلْنَا فِي ذُرِّيَّتِهِ النُّبُوَّةَ وَالْكِتَابَ وَآتَيْنَاهُ أَجْرَهُ فِي الدُّنْيَا ۖ وَإِنَّهُ فِي الْآخِرَةِ لَمِنَ الصَّالِحِينَ
Is-haaqiifi Ya’iquubiinis isaaf kennineSanyii isaa keessa nabiyyummaafi Kitaaba ni taasifneMindaa isaa addunyaa keessattis isaaf kennineDhugumatti, inni Aakhiratti namoota gaggaarii irraayi
28وَلُوطًا إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِ إِنَّكُمْ لَتَأْتُونَ الْفَاحِشَةَ مَا سَبَقَكُم بِهَا مِنْ أَحَدٍ مِّنَ الْعَالَمِينَ
Luuxiinis yeroo inni ummata isaatiin “dhugumatti, isin gocha fokkataa kan aalama hunda irraa ummanni tokkollee isin dura hin hojjatin raawwattu” jedheen (erginee jirra)
Al-'AnkabutTarreeffama Qur'ana
69Aayah
MeccanRevelation
26Aayah
Hiikkaa — Al-'Ankabut 26
Suuratu Al-'Ankabut Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Luuxis isaaf (Ibraahiimiif) ni amane(Ibraahiimis) “ani gara Rabbii kiyyaa godaanaadhaDhugumatti,…Suuratu Aayah 26/69 — Al-'Ankabut العنكبوت (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-'Ankabut Caqasi, Al-'Ankabut Hiikkaa, Al-'Ankabut mp3, Al-'Ankabut pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, August 19, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








