Aal-Imran · 92/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
لَن تَنَالُوا الْبِرَّ حَتَّىٰ تُنفِقُوا مِمَّا تُحِبُّونَ ۚ وَمَا تُنفِقُوا مِن شَيْءٍ فَإِنَّ اللَّهَ بِهِ عَلِيمٌ ۝٩٢
Lan tanaalul birra hattaa tunfiqoo mimmaa tuhibboon; wa maa tunfiqoo min shai`in fa innal laaha bihee `Aleem
📖 Afaan Oromoon
Hanga waan jaalattan irraa kennattanitti khayrii hin argattanWanta isin qabeenya irraa kennattan Rabbiin isa beeka

🎧 Caqasi


📜 Aayah 90-94 — Aal-Imran

90إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا بَعْدَ إِيمَانِهِمْ ثُمَّ ازْدَادُوا كُفْرًا لَّن تُقْبَلَ تَوْبَتُهُمْ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الضَّالُّونَ
Warra iimaana isaanii booda kafaranii ergasiis kufrii dabalatan tawbaan isaanii hin qeebalamtuIsaan, isaanumatu jallattoota
91إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا وَمَاتُوا وَهُمْ كُفَّارٌ فَلَن يُقْبَلَ مِنْ أَحَدِهِم مِّلْءُ الْأَرْضِ ذَهَبًا وَلَوِ افْتَدَىٰ بِهِ ۗ أُولَٰئِكَ لَهُمْ عَذَابٌ أَلِيمٌ وَمَا لَهُم مِّن نَّاصِرِينَ
Dhugumatti isaan kafaranii, kaafiroota ta’anii du’an, warqee dachii guutuun, odoma ittiin of bituu fedheeyyuu tokkoon isaanii irraa hin qeebalamuSunniin isaaniif adabbii laalessaa ta’etu jiraIsaaniif tumsitoonnis hin jiran
92لَن تَنَالُوا الْبِرَّ حَتَّىٰ تُنفِقُوا مِمَّا تُحِبُّونَ ۚ وَمَا تُنفِقُوا مِن شَيْءٍ فَإِنَّ اللَّهَ بِهِ عَلِيمٌ
Hanga waan jaalattan irraa kennattanitti khayrii hin argattanWanta isin qabeenya irraa kennattan Rabbiin isa beeka
93۞ كُلُّ الطَّعَامِ كَانَ حِلًّا لِّبَنِي إِسْرَائِيلَ إِلَّا مَا حَرَّمَ إِسْرَائِيلُ عَلَىٰ نَفْسِهِ مِن قَبْلِ أَن تُنَزَّلَ التَّوْرَاةُ ۗ قُلْ فَأْتُوا بِالتَّوْرَاةِ فَاتْلُوهَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Waan Israa’iil odoo Tawraat hin bu’in dura lubbuu isaa irratti haraama taasise malee nyaanni hunduu Ilmaan Israa’iiliif halaala ture(Yaa Muhammad) "yoo kan dhugaa dubbattan taataniif Tawraatiin fidaa dubbisaa” jedhi
94فَمَنِ افْتَرَىٰ عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ مِن بَعْدِ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الظَّالِمُونَ
Namni sana booda Rabbi irratti kijiba uume, warri sun isaantu miidhaa hojjattoota
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
92Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 92

Suuratu Aal-Imran Aayah 92 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hanga waan jaalattan irraa kennattanitti khayrii hin argattanWanta isin qabeenya…

Suuratu Aayah 92/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 90–94. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers