Ar-Rum · 25/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rum
وَمِنْ آيَاتِهِ أَن تَقُومَ السَّمَاءُ وَالْأَرْضُ بِأَمْرِهِ ۚ ثُمَّ إِذَا دَعَاكُمْ دَعْوَةً مِّنَ الْأَرْضِ إِذَا أَنتُمْ تَخْرُجُونَ ۝٢٥
Wa min Aayaatihee an taqoomas samaaa`u wal ardu bi-amrih; summa izaa da`aakum da`watam minal ardi izaaa antum takhrujoon
📖 Afaan Oromoon
Samiifi dachiin ajaja Isaatiin dhaabbachuun, sana booda yeroo Inni dachii irraa waamicha tokko isin waame, yeroma san isin (awwaala keessaa) bahuun mallattoolee isaa irraayyi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Ar-Rum

23وَمِنْ آيَاتِهِ مَنَامُكُم بِاللَّيْلِ وَالنَّهَارِ وَابْتِغَاؤُكُم مِّن فَضْلِهِ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يَسْمَعُونَ
Hirribni keessan kan halkaniifi guyyaa, tola isaa irraa barbaaddachuun keessanis mallattoolee (dandeettii) Isaa irraayyiDhugumatti, kana keessa namoota dhagahaniif mallattooleetu jira
24وَمِنْ آيَاتِهِ يُرِيكُمُ الْبَرْقَ خَوْفًا وَطَمَعًا وَيُنَزِّلُ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَيُحْيِي بِهِ الْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَا ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ
Akka (bakakkaa) sodaattaniifi (roobas) kajeeltaniif hangaasuu isin agarsiisuu, bishaan samii irraa buusuufi booda isheen duutee dachii ittiin jiraachisuun, mallattoolee dandeettii isaa irraayyiDhugumatti, kana keessa namoota sammuu qabaniif mallattooleetu jira
25وَمِنْ آيَاتِهِ أَن تَقُومَ السَّمَاءُ وَالْأَرْضُ بِأَمْرِهِ ۚ ثُمَّ إِذَا دَعَاكُمْ دَعْوَةً مِّنَ الْأَرْضِ إِذَا أَنتُمْ تَخْرُجُونَ
Samiifi dachiin ajaja Isaatiin dhaabbachuun, sana booda yeroo Inni dachii irraa waamicha tokko isin waame, yeroma san isin (awwaala keessaa) bahuun mallattoolee isaa irraayyi
26وَلَهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ كُلٌّ لَّهُ قَانِتُونَ
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi kan IsaatiHunduu Isaaf ajajamu
27وَهُوَ الَّذِي يَبْدَأُ الْخَلْقَ ثُمَّ يُعِيدُهُ وَهُوَ أَهْوَنُ عَلَيْهِ ۚ وَلَهُ الْمَثَلُ الْأَعْلَىٰ فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Inni (Rabbiin) Isa uumiinsa jalqabu; sana booda kan isa deebisuudhaInni isa irratti akkaan laafaadhaDachiifi samii keessa sifaata ol aanaatu Isaaf jiraInni injifataa ogeessa
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 25

Suuratu Ar-Rum Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samiifi dachiin ajaja Isaatiin dhaabbachuun, sana booda yeroo Inni dachii…

Suuratu Aayah 25/60 — Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rum Caqasi, Ar-Rum Hiikkaa, Ar-Rum mp3, Ar-Rum pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers