Ar-Rum · 38/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rum
فَآتِ ذَا الْقُرْبَىٰ حَقَّهُ وَالْمِسْكِينَ وَابْنَ السَّبِيلِ ۚ ذَٰلِكَ خَيْرٌ لِّلَّذِينَ يُرِيدُونَ وَجْهَ اللَّهِ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ ۝٣٨
Fa aati zal qurbaa haqqahoo walmiskeena wabnassabeel; zaalika khairul lil lazeena yureedoona Wajhal laahi wa ulaaa`ika humul muflihoon
📖 Afaan Oromoon
Nama firaa, hiyyeessaafi kara deemaafis haqa isaa kenniIsaan fuula Rabbii kajeelaniif kanatu caalaIsaan sun isaanumatu milkaa’oodha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 36-40 — Ar-Rum

36وَإِذَا أَذَقْنَا النَّاسَ رَحْمَةً فَرِحُوا بِهَا ۖ وَإِن تُصِبْهُمْ سَيِّئَةٌ بِمَا قَدَّمَتْ أَيْدِيهِمْ إِذَا هُمْ يَقْنَطُونَ
Yeroo namoota rahmata dhandhamsiifne isheetti gammaduyeroo sababa waan harki isaanii dabarsitee (hojjattee)tiin hamtuun wahii isaan tuqxe immoo yeroma san abdii muratu
37أَوَلَمْ يَرَوْا أَنَّ اللَّهَ يَبْسُطُ الرِّزْقَ لِمَن يَشَاءُ وَيَقْدِرُ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Sila akka Rabbiin nama fedheef soorata bal’isuufi (nama fedhetti immoo) dhiphisu hin beekanuu? Dhugumatti, kana keessa namoota amananiif mallattooleetu jira
38فَآتِ ذَا الْقُرْبَىٰ حَقَّهُ وَالْمِسْكِينَ وَابْنَ السَّبِيلِ ۚ ذَٰلِكَ خَيْرٌ لِّلَّذِينَ يُرِيدُونَ وَجْهَ اللَّهِ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ
Nama firaa, hiyyeessaafi kara deemaafis haqa isaa kenniIsaan fuula Rabbii kajeelaniif kanatu caalaIsaan sun isaanumatu milkaa’oodha
39وَمَا آتَيْتُم مِّن رِّبًا لِّيَرْبُوَ فِي أَمْوَالِ النَّاسِ فَلَا يَرْبُو عِندَ اللَّهِ ۖ وَمَا آتَيْتُم مِّن زَكَاةٍ تُرِيدُونَ وَجْهَ اللَّهِ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُضْعِفُونَ
Wanti dhala irraa qabeenya namaa keessatti haa dhaluuf isin kennitan Rabbiin biratti homaa hin dhaluGaruu zakaa irraa wanti isin fuula Rabbii feetanii kennitan, (isatu isiniif dhala)Jarri sun (kennattoonni) isaantu (mindaa) dachaa argamsiisoodha
40اللَّهُ الَّذِي خَلَقَكُمْ ثُمَّ رَزَقَكُمْ ثُمَّ يُمِيتُكُمْ ثُمَّ يُحْيِيكُمْ ۖ هَلْ مِن شُرَكَائِكُم مَّن يَفْعَلُ مِن ذَٰلِكُم مِّن شَيْءٍ ۚ سُبْحَانَهُ وَتَعَالَىٰ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Allaahn Isa isin uumeSan booda kan soorata isiniif kenneSana booda isin ajjeesaSana booda isin jiraachisaSila warra isin Rabbitti (qindeessitan) irraa kan wantoota kanneen irraa waan tokko dalagan ni jiruu? (Rabbiin) wantoota isaan isatti qindeessan hunda irraa qulqullaa’ee ol ta’e
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 38

Suuratu Ar-Rum Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama firaa, hiyyeessaafi kara deemaafis haqa isaa kenniIsaan fuula Rabbii…

Suuratu Aayah 38/60 — Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rum Caqasi, Ar-Rum Hiikkaa, Ar-Rum mp3, Ar-Rum pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers