Ar-Rum · 37/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rum
أَوَلَمْ يَرَوْا أَنَّ اللَّهَ يَبْسُطُ الرِّزْقَ لِمَن يَشَاءُ وَيَقْدِرُ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ ۝٣٧
Awalam yaraw annal laaha yabsutur rizqa limai yashaaa`u wa yaqdir; inna fee zaalika la Aayaatil liqawminy yu`minoon
📖 Afaan Oromoon
Sila akka Rabbiin nama fedheef soorata bal’isuufi (nama fedhetti immoo) dhiphisu hin beekanuu? Dhugumatti, kana keessa namoota amananiif mallattooleetu jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 35-39 — Ar-Rum

35أَمْ أَنزَلْنَا عَلَيْهِمْ سُلْطَانًا فَهُوَ يَتَكَلَّمُ بِمَا كَانُوا بِهِ يُشْرِكُونَ
Sila nuti ragaa kan waan isaan (Rabbitti) qindeessan dubbatu isaan irratti hin buufnee
36وَإِذَا أَذَقْنَا النَّاسَ رَحْمَةً فَرِحُوا بِهَا ۖ وَإِن تُصِبْهُمْ سَيِّئَةٌ بِمَا قَدَّمَتْ أَيْدِيهِمْ إِذَا هُمْ يَقْنَطُونَ
Yeroo namoota rahmata dhandhamsiifne isheetti gammaduyeroo sababa waan harki isaanii dabarsitee (hojjattee)tiin hamtuun wahii isaan tuqxe immoo yeroma san abdii muratu
37أَوَلَمْ يَرَوْا أَنَّ اللَّهَ يَبْسُطُ الرِّزْقَ لِمَن يَشَاءُ وَيَقْدِرُ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يُؤْمِنُونَ
Sila akka Rabbiin nama fedheef soorata bal’isuufi (nama fedhetti immoo) dhiphisu hin beekanuu? Dhugumatti, kana keessa namoota amananiif mallattooleetu jira
38فَآتِ ذَا الْقُرْبَىٰ حَقَّهُ وَالْمِسْكِينَ وَابْنَ السَّبِيلِ ۚ ذَٰلِكَ خَيْرٌ لِّلَّذِينَ يُرِيدُونَ وَجْهَ اللَّهِ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ
Nama firaa, hiyyeessaafi kara deemaafis haqa isaa kenniIsaan fuula Rabbii kajeelaniif kanatu caalaIsaan sun isaanumatu milkaa’oodha
39وَمَا آتَيْتُم مِّن رِّبًا لِّيَرْبُوَ فِي أَمْوَالِ النَّاسِ فَلَا يَرْبُو عِندَ اللَّهِ ۖ وَمَا آتَيْتُم مِّن زَكَاةٍ تُرِيدُونَ وَجْهَ اللَّهِ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُضْعِفُونَ
Wanti dhala irraa qabeenya namaa keessatti haa dhaluuf isin kennitan Rabbiin biratti homaa hin dhaluGaruu zakaa irraa wanti isin fuula Rabbii feetanii kennitan, (isatu isiniif dhala)Jarri sun (kennattoonni) isaantu (mindaa) dachaa argamsiisoodha
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 37

Suuratu Ar-Rum Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila akka Rabbiin nama fedheef soorata bal’isuufi (nama fedhetti immoo)…

Suuratu Aayah 37/60 — Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rum Caqasi, Ar-Rum Hiikkaa, Ar-Rum mp3, Ar-Rum pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers