Ar-Rum · 54/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rum
۞ اللَّهُ الَّذِي خَلَقَكُم مِّن ضَعْفٍ ثُمَّ جَعَلَ مِن بَعْدِ ضَعْفٍ قُوَّةً ثُمَّ جَعَلَ مِن بَعْدِ قُوَّةٍ ضَعْفًا وَشَيْبَةً ۚ يَخْلُقُ مَا يَشَاءُ ۖ وَهُوَ الْعَلِيمُ الْقَدِيرُ ۝٥٤
Allahul lazee khalaqa kum min du`fin summa ja`ala mim ba`di du`fin quwwatan summa ja`ala mim ba`di quwwatin du`fanw wa shaibah; yakhluqu maa yashaaa`u wa Huwal `Aleemul Qadeer
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin isa (bishaan) laafaa irraa isin uumee, sana booda laafina boodaan cimina taasisee; sana booda cimina boodaan laafinaafi arrii taasiseedhaWaan barbaades ni uumaInnis beekaa danda’aadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 52-56 — Suuratu Ar-Rum

52فَإِنَّكَ لَا تُسْمِعُ الْمَوْتَىٰ وَلَا تُسْمِعُ الصُّمَّ الدُّعَاءَ إِذَا وَلَّوْا مُدْبِرِينَ
(Yaa Muhammad!) ati du’aa hin dhageessiftuNama duudaawwanis yeroo isaan of duuba deebi’anii garagalan waamicha hin dhageessiftu
53وَمَا أَنتَ بِهَادِ الْعُمْيِ عَن ضَلَالَتِهِمْ ۖ إِن تُسْمِعُ إِلَّا مَن يُؤْمِنُ بِآيَاتِنَا فَهُم مُّسْلِمُونَ
(Yaa Muhammad!) ati jaamaawwan jallina isaa irraa kan isaan qajeelchitu hin taane(Ati) namoota Rabbiif ajajamoo ta’anii keeyyattoota keenyatti amanan malee (warra biraa) hin dhageessiftu
54۞ اللَّهُ الَّذِي خَلَقَكُم مِّن ضَعْفٍ ثُمَّ جَعَلَ مِن بَعْدِ ضَعْفٍ قُوَّةً ثُمَّ جَعَلَ مِن بَعْدِ قُوَّةٍ ضَعْفًا وَشَيْبَةً ۚ يَخْلُقُ مَا يَشَاءُ ۖ وَهُوَ الْعَلِيمُ الْقَدِيرُ
Rabbiin isa (bishaan) laafaa irraa isin uumee, sana booda laafina boodaan cimina taasisee; sana booda cimina boodaan laafinaafi arrii taasiseedhaWaan barbaades ni uumaInnis beekaa danda’aadha
55وَيَوْمَ تَقُومُ السَّاعَةُ يُقْسِمُ الْمُجْرِمُونَ مَا لَبِثُوا غَيْرَ سَاعَةٍ ۚ كَذَٰلِكَ كَانُوا يُؤْفَكُونَ
Guyyaa Qiyaamaan dhaabbattu, yakkamtoonni sa’aatii tokko malee (addunyaa irra) hin turre (jedhanii) kakatuAkkuma kanatti (haqa irraa) kan gara galfaman turan
56وَقَالَ الَّذِينَ أُوتُوا الْعِلْمَ وَالْإِيمَانَ لَقَدْ لَبِثْتُمْ فِي كِتَابِ اللَّهِ إِلَىٰ يَوْمِ الْبَعْثِ ۖ فَهَٰذَا يَوْمُ الْبَعْثِ وَلَٰكِنَّكُمْ كُنتُمْ لَا تَعْلَمُونَ
Isaan beekumsaafi iimaana kennaman immoo “dhugumatti, isin akkuma kitaaba Rabbii keessatti (murtaa’etti,) hanga guyyaa kaafamaatti turtaniittuKunis guyyaa kaafamaatiGaruu isin (dhufuu isaa) hin beektanu turtan.”
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
54Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 54

Suuratu Ar-Rum Aayah 54 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin isa (bishaan) laafaa irraa isin uumee, sana booda laafina…

Suuratu Aayah 54/60 — Suuratu Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rum Caqasi, Suuratu Ar-Rum Hiikkaa, Suuratu Ar-Rum mp3, Suuratu Ar-Rum pdf. Aayah 52–56. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers