Luqman · 3/34
Hiikkaa Sagaleeffama — Luqman
هُدًى وَرَحْمَةً لِّلْمُحْسِنِينَ ۝٣
Hudanw wa rahmatal lilmuhsineen
📖 Afaan Oromoon
Isaan toltuu hojjataniif qajeelumaafi rahmata haala ta’een (buufame)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-5 — Luqman

1الم
Alif Laam Miim
2تِلْكَ آيَاتُ الْكِتَابِ الْحَكِيمِ
Kun keeyyattoota kitaaba ogummaan guutameeti
3هُدًى وَرَحْمَةً لِّلْمُحْسِنِينَ
Isaan toltuu hojjataniif qajeelumaafi rahmata haala ta’een (buufame)
4الَّذِينَ يُقِيمُونَ الصَّلَاةَ وَيُؤْتُونَ الزَّكَاةَ وَهُم بِالْآخِرَةِ هُمْ يُوقِنُونَ
Isaan warra salaata (haqaan) sagadaniifi zakaas kennataniidhaIsaan isaanumatu Aakhiraa dhugoomsa
5أُولَٰئِكَ عَلَىٰ هُدًى مِّن رَّبِّهِمْ ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ
Isaan sun qajeeluma Gooftaa isaanii irraa ta’e irra jiruIsaan sun isaanumatu milkaa’oodha
LuqmanTarreeffama Qur'ana
34Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Luqman 3

Suuratu Luqman Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan toltuu hojjataniif qajeelumaafi rahmata haala ta’een (buufame)

Suuratu Aayah 3/34 — Luqman لقمان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Luqman Caqasi, Luqman Hiikkaa, Luqman mp3, Luqman pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers