Yasin · 25/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yasin
إِنِّي آمَنتُ بِرَبِّكُمْ فَاسْمَعُونِ ۝٢٥
Inneee aamantu bi Rabbikum fasma`oon
📖 Afaan Oromoon
Ani Rabbii keessanitti amanee na dhagayaa” [jedhe](Achumaan dhagaan tumanii isa ajjeesan)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 23-27 — Suuratu Yasin

23أَأَتَّخِذُ مِن دُونِهِ آلِهَةً إِن يُرِدْنِ الرَّحْمَٰنُ بِضُرٍّ لَّا تُغْنِ عَنِّي شَفَاعَتُهُمْ شَيْئًا وَلَا يُنقِذُونِ
Sila ani Isaa gadittiin gabbaramtoota biraa kan Yoo Rahmaan miidhaa wahiitiin na fedhe jaarsummaan isaanii homaa ana hin fayyadneefi isaaniis ana hin baraarsinen taasifadhaa
24إِنِّي إِذًا لَّفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Ani yeroo san jallina ifa galaa keessa ta’eera
25إِنِّي آمَنتُ بِرَبِّكُمْ فَاسْمَعُونِ
Ani Rabbii keessanitti amanee na dhagayaa” [jedhe](Achumaan dhagaan tumanii isa ajjeesan)
26قِيلَ ادْخُلِ الْجَنَّةَ ۖ قَالَ يَا لَيْتَ قَوْمِي يَعْلَمُونَ
“Jannata seeni” jedhameenInnis ni jedhe: “ummanni kiyya odoo beekaniin hawwa
27بِمَا غَفَرَ لِي رَبِّي وَجَعَلَنِي مِنَ الْمُكْرَمِينَ
Waan Rabbiin kiyya naaf araarameefi kabajamtoota irraa na godhe (odoo beekaniin hawwa).”
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Yasin 25

Suuratu Yasin Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani Rabbii keessanitti amanee na dhagayaa” [jedhe](Achumaan dhagaan tumanii isa…

Suuratu Aayah 25/83 — Suuratu Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yasin Caqasi, Suuratu Yasin Hiikkaa, Suuratu Yasin mp3, Suuratu Yasin pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers