Yasin · 24/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yasin
إِنِّي إِذًا لَّفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ ۝٢٤
Inneee izal-lafee dalaa-lim-mubeen
📖 Afaan Oromoon
Ani yeroo san jallina ifa galaa keessa ta’eera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Yasin

22وَمَا لِيَ لَا أَعْبُدُ الَّذِي فَطَرَنِي وَإِلَيْهِ تُرْجَعُونَ
Ani maaliifan Isa na uume, kan isiniis gara Isaa deebifamtanu hin gabbarre
23أَأَتَّخِذُ مِن دُونِهِ آلِهَةً إِن يُرِدْنِ الرَّحْمَٰنُ بِضُرٍّ لَّا تُغْنِ عَنِّي شَفَاعَتُهُمْ شَيْئًا وَلَا يُنقِذُونِ
Sila ani Isaa gadittiin gabbaramtoota biraa kan Yoo Rahmaan miidhaa wahiitiin na fedhe jaarsummaan isaanii homaa ana hin fayyadneefi isaaniis ana hin baraarsinen taasifadhaa
24إِنِّي إِذًا لَّفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Ani yeroo san jallina ifa galaa keessa ta’eera
25إِنِّي آمَنتُ بِرَبِّكُمْ فَاسْمَعُونِ
Ani Rabbii keessanitti amanee na dhagayaa” [jedhe](Achumaan dhagaan tumanii isa ajjeesan)
26قِيلَ ادْخُلِ الْجَنَّةَ ۖ قَالَ يَا لَيْتَ قَوْمِي يَعْلَمُونَ
“Jannata seeni” jedhameenInnis ni jedhe: “ummanni kiyya odoo beekaniin hawwa
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Yasin 24

Suuratu Yasin Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani yeroo san jallina ifa galaa keessa ta’eera

Suuratu Aayah 24/83 — Suuratu Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yasin Caqasi, Suuratu Yasin Hiikkaa, Suuratu Yasin mp3, Suuratu Yasin pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers