Yasin · 64/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yasin
اصْلَوْهَا الْيَوْمَ بِمَا كُنتُمْ تَكْفُرُونَ ۝٦٤
Islawhal Yawma bimaa kuntum takfuroon
📖 Afaan Oromoon
Waan kafaraa turtaniif har’a ishee seenaa” (jedhamaani)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 62-66 — Suuratu Yasin

62وَلَقَدْ أَضَلَّ مِنكُمْ جِبِلًّا كَثِيرًا ۖ أَفَلَمْ تَكُونُوا تَعْقِلُونَ
Dhugumatti (sheyxaanni) isin irraa uumama baay’ee jalliseeraSila isin sammuu hin qabdanuu
63هَٰذِهِ جَهَنَّمُ الَّتِي كُنتُمْ تُوعَدُونَ
“Isheen kun jahannama ishee waadaa isiniif galamaa turteedha
64اصْلَوْهَا الْيَوْمَ بِمَا كُنتُمْ تَكْفُرُونَ
Waan kafaraa turtaniif har’a ishee seenaa” (jedhamaani)
65الْيَوْمَ نَخْتِمُ عَلَىٰ أَفْوَاهِهِمْ وَتُكَلِّمُنَا أَيْدِيهِمْ وَتَشْهَدُ أَرْجُلُهُم بِمَا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Har’a afaan isaanii ni cufna; harki isaanii Nutti dubbatti; miilli isaaniis waan isaan hojjataa turan ragaa baati
66وَلَوْ نَشَاءُ لَطَمَسْنَا عَلَىٰ أَعْيُنِهِمْ فَاسْتَبَقُوا الصِّرَاطَ فَأَنَّىٰ يُبْصِرُونَ
Odoo feenee ija isaanii haqna turreGama karaatti wal dorgomu; akkamitti argu
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
64Aayah

Hiikkaa — Yasin 64

Suuratu Yasin Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan kafaraa turtaniif har’a ishee seenaa” (jedhamaani)

Suuratu Aayah 64/83 — Suuratu Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yasin Caqasi, Suuratu Yasin Hiikkaa, Suuratu Yasin mp3, Suuratu Yasin pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers