Yasin · 74/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Yasin
وَاتَّخَذُوا مِن دُونِ اللَّهِ آلِهَةً لَّعَلَّهُمْ يُنصَرُونَ ۝٧٤
Wattakhazoo min doonil laahi aalihatal la`allahum yunsaroon
📖 Afaan Oromoon
Akka tumsamaniif jecha Rabbiin ala gabbaramtoota godhatan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 72-76 — Yasin

72وَذَلَّلْنَاهَا لَهُمْ فَمِنْهَا رَكُوبُهُمْ وَمِنْهَا يَأْكُلُونَ
Ishee isaaniif laaffifneGariin yaabbii isaaniitiif oolu; garii isaanii immoo ni nyaatu
73وَلَهُمْ فِيهَا مَنَافِعُ وَمَشَارِبُ ۖ أَفَلَا يَشْكُرُونَ
Isaaniif ishee keessa faayidaafi dhugaatiiwwantu jiraSila hin galateeffattanuu
74وَاتَّخَذُوا مِن دُونِ اللَّهِ آلِهَةً لَّعَلَّهُمْ يُنصَرُونَ
Akka tumsamaniif jecha Rabbiin ala gabbaramtoota godhatan
75لَا يَسْتَطِيعُونَ نَصْرَهُمْ وَهُمْ لَهُمْ جُندٌ مُّحْضَرُونَ
Isaan tumsuu hin danda’anIsaan (kaafiroonni) isaaniif (sanamaaf) garee khidmaaf dhufanuudha
76فَلَا يَحْزُنكَ قَوْلُهُمْ ۘ إِنَّا نَعْلَمُ مَا يُسِرُّونَ وَمَا يُعْلِنُونَ
Jechi isaanii si hin yaaddessinNuti waan isaan dhoksaniifi waan isaan ifa godhanis ni beekna
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
74Aayah

Hiikkaa — Yasin 74

Suuratu Yasin Aayah 74 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka tumsamaniif jecha Rabbiin ala gabbaramtoota godhatan

Suuratu Aayah 74/83 — Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yasin Caqasi, Yasin Hiikkaa, Yasin mp3, Yasin pdf. Aayah 72–76. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers