As-Saffat · 102/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَلَمَّا بَلَغَ مَعَهُ السَّعْيَ قَالَ يَا بُنَيَّ إِنِّي أَرَىٰ فِي الْمَنَامِ أَنِّي أَذْبَحُكَ فَانظُرْ مَاذَا تَرَىٰ ۚ قَالَ يَا أَبَتِ افْعَلْ مَا تُؤْمَرُ ۖ سَتَجِدُنِي إِن شَاءَ اللَّهُ مِنَ الصَّابِرِينَ ۝١٠٢
Falamma balagha ma`a hus sa`ya qaala yaa buniya inneee araa fil manaami anneee azbahuka fanzur maazaa taraa; qaala yaaa abatif `al maa tu`maru satajidunee in shaaa`allaahu minas saabireen
📖 Afaan Oromoon
Yeroma isa waliin deemuu irra ga’u ni jedhe: “yaa ilma kiyya! Ani abjuu keessatti kan si gorra’un argeWaan siif mul’atu ilaali.” (Ilmis) ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! Waan ajajamte dalagiYoo Rabbiin fedhe obsitoota irraa ta’uu na argita.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 100-104 — Suuratu As-Saffat

100رَبِّ هَبْ لِي مِنَ الصَّالِحِينَ
(Yaa) Rabbii (kiyya)! (Ilmaan) gaggaarii naaf kenni.”
101فَبَشَّرْنَاهُ بِغُلَامٍ حَلِيمٍ
Ilma obsaadhaan isa gammachiifne
102فَلَمَّا بَلَغَ مَعَهُ السَّعْيَ قَالَ يَا بُنَيَّ إِنِّي أَرَىٰ فِي الْمَنَامِ أَنِّي أَذْبَحُكَ فَانظُرْ مَاذَا تَرَىٰ ۚ قَالَ يَا أَبَتِ افْعَلْ مَا تُؤْمَرُ ۖ سَتَجِدُنِي إِن شَاءَ اللَّهُ مِنَ الصَّابِرِينَ
Yeroma isa waliin deemuu irra ga’u ni jedhe: “yaa ilma kiyya! Ani abjuu keessatti kan si gorra’un argeWaan siif mul’atu ilaali.” (Ilmis) ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! Waan ajajamte dalagiYoo Rabbiin fedhe obsitoota irraa ta’uu na argita.”
103فَلَمَّا أَسْلَمَا وَتَلَّهُ لِلْجَبِينِ
Yeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa kana) adda isaa irratti ciibse
104وَنَادَيْنَاهُ أَن يَا إِبْرَاهِيمُ
Nutis “Yaa Ibraahiim!” jechuun itti lallabne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
102Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 102

Suuratu As-Saffat Aayah 102 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroma isa waliin deemuu irra ga’u ni jedhe: “yaa ilma…

Suuratu Aayah 102/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 100–104. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers