As-Saffat · 101/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
فَبَشَّرْنَاهُ بِغُلَامٍ حَلِيمٍ ۝١٠١
Fabashsharnaahu bighulaamin haleem
📖 Afaan Oromoon
Ilma obsaadhaan isa gammachiifne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 99-103 — As-Saffat

99وَقَالَ إِنِّي ذَاهِبٌ إِلَىٰ رَبِّي سَيَهْدِينِ
Innis ni jedhe: “Ani gara Rabbii kiyyaa deemaadha; Inni na qajeelcha
100رَبِّ هَبْ لِي مِنَ الصَّالِحِينَ
(Yaa) Rabbii (kiyya)! (Ilmaan) gaggaarii naaf kenni.”
101فَبَشَّرْنَاهُ بِغُلَامٍ حَلِيمٍ
Ilma obsaadhaan isa gammachiifne
102فَلَمَّا بَلَغَ مَعَهُ السَّعْيَ قَالَ يَا بُنَيَّ إِنِّي أَرَىٰ فِي الْمَنَامِ أَنِّي أَذْبَحُكَ فَانظُرْ مَاذَا تَرَىٰ ۚ قَالَ يَا أَبَتِ افْعَلْ مَا تُؤْمَرُ ۖ سَتَجِدُنِي إِن شَاءَ اللَّهُ مِنَ الصَّابِرِينَ
Yeroma isa waliin deemuu irra ga’u ni jedhe: “yaa ilma kiyya! Ani abjuu keessatti kan si gorra’un argeWaan siif mul’atu ilaali.” (Ilmis) ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! Waan ajajamte dalagiYoo Rabbiin fedhe obsitoota irraa ta’uu na argita.”
103فَلَمَّا أَسْلَمَا وَتَلَّهُ لِلْجَبِينِ
Yeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa kana) adda isaa irratti ciibse
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
101Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 101

Suuratu As-Saffat Aayah 101 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ilma obsaadhaan isa gammachiifne

Suuratu Aayah 101/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 99–103. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers