As-Saffat · 103/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَلَمَّا أَسْلَمَا وَتَلَّهُ لِلْجَبِينِ ۝١٠٣
Falammaaa aslamaa wa tallahoo liljabeen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa kana) adda isaa irratti ciibse

🎧 Caqasi


📜 Aayah 101-105 — Suuratu As-Saffat

101فَبَشَّرْنَاهُ بِغُلَامٍ حَلِيمٍ
Ilma obsaadhaan isa gammachiifne
102فَلَمَّا بَلَغَ مَعَهُ السَّعْيَ قَالَ يَا بُنَيَّ إِنِّي أَرَىٰ فِي الْمَنَامِ أَنِّي أَذْبَحُكَ فَانظُرْ مَاذَا تَرَىٰ ۚ قَالَ يَا أَبَتِ افْعَلْ مَا تُؤْمَرُ ۖ سَتَجِدُنِي إِن شَاءَ اللَّهُ مِنَ الصَّابِرِينَ
Yeroma isa waliin deemuu irra ga’u ni jedhe: “yaa ilma kiyya! Ani abjuu keessatti kan si gorra’un argeWaan siif mul’atu ilaali.” (Ilmis) ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! Waan ajajamte dalagiYoo Rabbiin fedhe obsitoota irraa ta’uu na argita.”
103فَلَمَّا أَسْلَمَا وَتَلَّهُ لِلْجَبِينِ
Yeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa kana) adda isaa irratti ciibse
104وَنَادَيْنَاهُ أَن يَا إِبْرَاهِيمُ
Nutis “Yaa Ibraahiim!” jechuun itti lallabne
105قَدْ صَدَّقْتَ الرُّؤْيَا ۚ إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
“Abjuu (kee) dhugoomsiteettaNuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina.”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
103Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 103

Suuratu As-Saffat Aayah 103 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo isaan lamaanuu (fedha Rabbiitiif) harka kennan, (abbaan ilma isaa…

Suuratu Aayah 103/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 101–105. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers