As-Saffat · 151/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَلَا إِنَّهُم مِّنْ إِفْكِهِمْ لَيَقُولُونَ ۝١٥١
Alaaa innahum min ifkihim la yaqooloon
📖 Afaan Oromoon
Dhagaayaa! Isaan soba isaanii irraa ni jedhu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 149-153 — Suuratu As-Saffat

149فَاسْتَفْتِهِمْ أَلِرَبِّكَ الْبَنَاتُ وَلَهُمُ الْبَنُونَ
(Yaa Muhammad!) isaan gaafadhu: “Sila Gooftaa keetiif ilmaan dubaraa ta’aniiti, isaaniif immoo ilmaan dhiiraa ta’anii?”
150أَمْ خَلَقْنَا الْمَلَائِكَةَ إِنَاثًا وَهُمْ شَاهِدُونَ
Moo isaanii argani malaykota dubara uumnee
151أَلَا إِنَّهُم مِّنْ إِفْكِهِمْ لَيَقُولُونَ
Dhagaayaa! Isaan soba isaanii irraa ni jedhu
152وَلَدَ اللَّهُ وَإِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ
“Rabbiin ni dhale” (jedhu) Dhugumatti, isaan kijiboodha
153أَصْطَفَى الْبَنَاتِ عَلَى الْبَنِينَ
Sila Inni ilmaan dubaraati ilmaan dhiiraa irra filatee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
151Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 151

Suuratu As-Saffat Aayah 151 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhagaayaa! Isaan soba isaanii irraa ni jedhu

Suuratu Aayah 151/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 149–153. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers