As-Saffat · 150/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَمْ خَلَقْنَا الْمَلَائِكَةَ إِنَاثًا وَهُمْ شَاهِدُونَ ۝١٥٠
Am khalaqnal malaaa`i kata inaasanw wa hm shaahidoon
📖 Afaan Oromoon
Moo isaanii argani malaykota dubara uumnee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 148-152 — Suuratu As-Saffat

148فَآمَنُوا فَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ
Achumaan amannaan hanga yeroo murtaa’eetti isaan qanansiifne
149فَاسْتَفْتِهِمْ أَلِرَبِّكَ الْبَنَاتُ وَلَهُمُ الْبَنُونَ
(Yaa Muhammad!) isaan gaafadhu: “Sila Gooftaa keetiif ilmaan dubaraa ta’aniiti, isaaniif immoo ilmaan dhiiraa ta’anii?”
150أَمْ خَلَقْنَا الْمَلَائِكَةَ إِنَاثًا وَهُمْ شَاهِدُونَ
Moo isaanii argani malaykota dubara uumnee
151أَلَا إِنَّهُم مِّنْ إِفْكِهِمْ لَيَقُولُونَ
Dhagaayaa! Isaan soba isaanii irraa ni jedhu
152وَلَدَ اللَّهُ وَإِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ
“Rabbiin ni dhale” (jedhu) Dhugumatti, isaan kijiboodha
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
150Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 150

Suuratu As-Saffat Aayah 150 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Moo isaanii argani malaykota dubara uumnee

Suuratu Aayah 150/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 148–152. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers