As-Saffat · 152/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَلَدَ اللَّهُ وَإِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ ۝١٥٢
Waladal laahu wa innhum lakaaziboon
📖 Afaan Oromoon
“Rabbiin ni dhale” (jedhu) Dhugumatti, isaan kijiboodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 150-154 — Suuratu As-Saffat

150أَمْ خَلَقْنَا الْمَلَائِكَةَ إِنَاثًا وَهُمْ شَاهِدُونَ
Moo isaanii argani malaykota dubara uumnee
151أَلَا إِنَّهُم مِّنْ إِفْكِهِمْ لَيَقُولُونَ
Dhagaayaa! Isaan soba isaanii irraa ni jedhu
152وَلَدَ اللَّهُ وَإِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ
“Rabbiin ni dhale” (jedhu) Dhugumatti, isaan kijiboodha
153أَصْطَفَى الْبَنَاتِ عَلَى الْبَنِينَ
Sila Inni ilmaan dubaraati ilmaan dhiiraa irra filatee
154مَا لَكُمْ كَيْفَ تَحْكُمُونَ
Maal taatan? Akkamitti murteessitan
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
152Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 152

Suuratu As-Saffat Aayah 152 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Rabbiin ni dhale” (jedhu) Dhugumatti, isaan kijiboodha

Suuratu Aayah 152/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 150–154. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers