As-Saffat · 172/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
إِنَّهُمْ لَهُمُ الْمَنصُورُونَ ۝١٧٢
Innaa hum lahumul mansooroon
📖 Afaan Oromoon
Isaan isaanumatu tumsamoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 170-174 — Suuratu As-Saffat

170فَكَفَرُوا بِهِ ۖ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ
(Qur’aanni itti dhufnaan) isatti kafaranFuula dura beekuuf jiraatu
171وَلَقَدْ سَبَقَتْ كَلِمَتُنَا لِعِبَادِنَا الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, jechi keenya gabroota keenya ergamtootaaf dabreera
172إِنَّهُمْ لَهُمُ الْمَنصُورُونَ
Isaan isaanumatu tumsamoodha
173وَإِنَّ جُندَنَا لَهُمُ الْغَالِبُونَ
Waraanni keenyas injifattoonni isaanuma (jechuunis dabarte)
174فَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) Yeroo murtaa’eef isaan dhiisii irraa garagali
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
172Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 172

Suuratu As-Saffat Aayah 172 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan isaanumatu tumsamoodha

Suuratu Aayah 172/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 170–174. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers