As-Saffat · 173/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَإِنَّ جُندَنَا لَهُمُ الْغَالِبُونَ ۝١٧٣
Wa inna jundana lahumul ghaaliboon
📖 Afaan Oromoon
Waraanni keenyas injifattoonni isaanuma (jechuunis dabarte)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 171-175 — Suuratu As-Saffat

171وَلَقَدْ سَبَقَتْ كَلِمَتُنَا لِعِبَادِنَا الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, jechi keenya gabroota keenya ergamtootaaf dabreera
172إِنَّهُمْ لَهُمُ الْمَنصُورُونَ
Isaan isaanumatu tumsamoodha
173وَإِنَّ جُندَنَا لَهُمُ الْغَالِبُونَ
Waraanni keenyas injifattoonni isaanuma (jechuunis dabarte)
174فَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) Yeroo murtaa’eef isaan dhiisii irraa garagali
175وَأَبْصِرْهُمْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Ati itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
173Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 173

Suuratu As-Saffat Aayah 173 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waraanni keenyas injifattoonni isaanuma (jechuunis dabarte)

Suuratu Aayah 173/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 171–175. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers