As-Saffat · 48/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَعِندَهُمْ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ عِينٌ ۝٤٨
Wa `indahum qaasiraatut tarfi `een
📖 Afaan Oromoon
Isaan bira dubartoota ija isaanii gabaabsan, kan ijji babaldhaa ta’etu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 46-50 — Suuratu As-Saffat

46بَيْضَاءَ لَذَّةٍ لِّلشَّارِبِينَ
Adii, warra dhuganiif mi’aayaa kan taate
47لَا فِيهَا غَوْلٌ وَلَا هُمْ عَنْهَا يُنزَفُونَ
Ishee keessa dhukkubni hin jiru; isaan ishee irraa hin machaa’anis
48وَعِندَهُمْ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ عِينٌ
Isaan bira dubartoota ija isaanii gabaabsan, kan ijji babaldhaa ta’etu jira
49كَأَنَّهُنَّ بَيْضٌ مَّكْنُونٌ
Isaan (qulqullina keessatti) akka hanqaaquu eegamaati
50فَأَقْبَلَ بَعْضُهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ يَتَسَاءَلُونَ
Gariin isaanii garii irratti, gara galaniiti wal gaafatu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 48

Suuratu As-Saffat Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan bira dubartoota ija isaanii gabaabsan, kan ijji babaldhaa ta’etu…

Suuratu Aayah 48/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers