As-Saffat · 47/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
لَا فِيهَا غَوْلٌ وَلَا هُمْ عَنْهَا يُنزَفُونَ ۝٤٧
Laa feehaa ghawlunw wa laa hum `anhaa yunzafoon
📖 Afaan Oromoon
Ishee keessa dhukkubni hin jiru; isaan ishee irraa hin machaa’anis

🎧 Caqasi


📜 Aayah 45-49 — Suuratu As-Saffat

45يُطَافُ عَلَيْهِم بِكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ
Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama
46بَيْضَاءَ لَذَّةٍ لِّلشَّارِبِينَ
Adii, warra dhuganiif mi’aayaa kan taate
47لَا فِيهَا غَوْلٌ وَلَا هُمْ عَنْهَا يُنزَفُونَ
Ishee keessa dhukkubni hin jiru; isaan ishee irraa hin machaa’anis
48وَعِندَهُمْ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ عِينٌ
Isaan bira dubartoota ija isaanii gabaabsan, kan ijji babaldhaa ta’etu jira
49كَأَنَّهُنَّ بَيْضٌ مَّكْنُونٌ
Isaan (qulqullina keessatti) akka hanqaaquu eegamaati
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 47

Suuratu As-Saffat Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee keessa dhukkubni hin jiru; isaan ishee irraa hin machaa’anis

Suuratu Aayah 47/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers