Sad · 1/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
ص ۚ وَالْقُرْآنِ ذِي الذِّكْرِ ۝١
Saaad; wal-Qur-aani ziz zikr
📖 Afaan Oromoon
SaadQur’aana abbaa yaadannoo ta’eenin (kakadha)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Sad

1ص ۚ وَالْقُرْآنِ ذِي الذِّكْرِ
SaadQur’aana abbaa yaadannoo ta’eenin (kakadha)
2بَلِ الَّذِينَ كَفَرُوا فِي عِزَّةٍ وَشِقَاقٍ
Dhugumatti isaan kafaran of tuulummaafi mormii keessa jiru
3كَمْ أَهْلَكْنَا مِن قَبْلِهِم مِّن قَرْنٍ فَنَادَوا وَّلَاتَ حِينَ مَنَاصٍ
Isaan dura (dhaloota) jaarraa meeqaatama balleessinee jirraYeroo baqaaf hin taane walitti lallaban
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Sad 1

Suuratu Sad Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : SaadQur’aana abbaa yaadannoo ta’eenin (kakadha)

Suuratu Aayah 1/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers