An-Nisa · 104/176
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nisa
وَلَا تَهِنُوا فِي ابْتِغَاءِ الْقَوْمِ ۖ إِن تَكُونُوا تَأْلَمُونَ فَإِنَّهُمْ يَأْلَمُونَ كَمَا تَأْلَمُونَ ۖ وَتَرْجُونَ مِنَ اللَّهِ مَا لَا يَرْجُونَ ۗ وَكَانَ اللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمًا ۝١٠٤
Wa laa tahinoo fibtighaaa`il qawmi in takoonoo taalamoona fa innahum yaalamoona kamaa taalamoona wa tarjoona minal laahi maa laa yarjoon; wa kaanal laahu `Aleeman Hakeemaa
📖 Afaan Oromoon
Ummata (diinaa) barbaacha keessatti hin laafinaa; Yoo kan laalattan taatan isaanis akkuma isin laalattanitti laalatuRabbi irraas waan isaan hin kajeelle kajeeltuRabbiinis beekaa, ogeessa taeera
🎧 Caqasi

📜 Aayah 102-106 — An-Nisa

102وَإِذَا كُنتَ فِيهِمْ فَأَقَمْتَ لَهُمُ الصَّلَاةَ فَلْتَقُمْ طَائِفَةٌ مِّنْهُم مَّعَكَ وَلْيَأْخُذُوا أَسْلِحَتَهُمْ فَإِذَا سَجَدُوا فَلْيَكُونُوا مِن وَرَائِكُمْ وَلْتَأْتِ طَائِفَةٌ أُخْرَىٰ لَمْ يُصَلُّوا فَلْيُصَلُّوا مَعَكَ وَلْيَأْخُذُوا حِذْرَهُمْ وَأَسْلِحَتَهُمْ ۗ وَدَّ الَّذِينَ كَفَرُوا لَوْ تَغْفُلُونَ عَنْ أَسْلِحَتِكُمْ وَأَمْتِعَتِكُمْ فَيَمِيلُونَ عَلَيْكُم مَّيْلَةً وَاحِدَةً ۚ وَلَا جُنَاحَ عَلَيْكُمْ إِن كَانَ بِكُمْ أَذًى مِّن مَّطَرٍ أَوْ كُنتُم مَّرْضَىٰ أَن تَضَعُوا أَسْلِحَتَكُمْ ۖ وَخُذُوا حِذْرَكُمْ ۗ إِنَّ اللَّهَ أَعَدَّ لِلْكَافِرِينَ عَذَابًا مُّهِينًا
Yeroo isaan keessa jiraattee salaata isaaniin dhaabde, gareen isaan irraa ta’e tokko si waliin haa dhaabbatanu; meeshaa isaaniis haa qabatanuYeroo sujuudanii kaan, duuba keessan irraan haa taanuGareen biraa isaan hin salaatin dhufanii sii waliin haa salaatanuOf eeggannoo isaaniifi meeshaa isaaniis haa qabatanuWarri kafaran odoo isin meeshaa keessaniifi galaa keessan irraa dagattanii dabiinsa tokkicha isin irratti dabanii jaalatuYoo rakkoon bokkaa irraa tae isin mudate yookiin dhukkubsataa taatan meeshaa keessan lafa kaayachuun badiin isin irra hin jiruOf eeggannoo keessan immoo qabadhaaDhugumatti, Rabbiin kaafirootaaf adabbii salphisaa qopheessee jira
103فَإِذَا قَضَيْتُمُ الصَّلَاةَ فَاذْكُرُوا اللَّهَ قِيَامًا وَقُعُودًا وَعَلَىٰ جُنُوبِكُمْ ۚ فَإِذَا اطْمَأْنَنتُمْ فَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ ۚ إِنَّ الصَّلَاةَ كَانَتْ عَلَى الْمُؤْمِنِينَ كِتَابًا مَّوْقُوتًا
Yeroo salaata raawwattan, dhaabbataa, taaaafi cinaacha keessan irra haala taataniin Rabbiin faarsaaYeroo tasgabbooftan salaata dhaabaaDhugumatti, salaanni mu’uminoota irratti dirqama yeroon isaa murtaa’e ta’eera
104وَلَا تَهِنُوا فِي ابْتِغَاءِ الْقَوْمِ ۖ إِن تَكُونُوا تَأْلَمُونَ فَإِنَّهُمْ يَأْلَمُونَ كَمَا تَأْلَمُونَ ۖ وَتَرْجُونَ مِنَ اللَّهِ مَا لَا يَرْجُونَ ۗ وَكَانَ اللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمًا
Ummata (diinaa) barbaacha keessatti hin laafinaa; Yoo kan laalattan taatan isaanis akkuma isin laalattanitti laalatuRabbi irraas waan isaan hin kajeelle kajeeltuRabbiinis beekaa, ogeessa taeera
105إِنَّا أَنزَلْنَا إِلَيْكَ الْكِتَابَ بِالْحَقِّ لِتَحْكُمَ بَيْنَ النَّاسِ بِمَا أَرَاكَ اللَّهُ ۚ وَلَا تَكُن لِّلْخَائِنِينَ خَصِيمًا
Dhugumatti, akka waan Rabbiin sitti agarsiiseen gidduu namootaatti murteessituuf jecha kitaabicha haqaan gara keetti buufnee jirraGantootaaf falmaa hin tain
106وَاسْتَغْفِرِ اللَّهَ ۖ إِنَّ اللَّهَ كَانَ غَفُورًا رَّحِيمًا
Rabbiin araarama kadhuDhugumatti Rabbiin akkaan araaramaa, akkaan rahmata godhaa taeera
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
104Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 104

Suuratu An-Nisa Aayah 104 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ummata (diinaa) barbaacha keessatti hin laafinaa; Yoo kan laalattan taatan…

Suuratu Aayah 104/176 — An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nisa Caqasi, An-Nisa Hiikkaa, An-Nisa mp3, An-Nisa pdf. Aayah 102–106. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers