An-Nisa · 78/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
أَيْنَمَا تَكُونُوا يُدْرِككُّمُ الْمَوْتُ وَلَوْ كُنتُمْ فِي بُرُوجٍ مُّشَيَّدَةٍ ۗ وَإِن تُصِبْهُمْ حَسَنَةٌ يَقُولُوا هَٰذِهِ مِنْ عِندِ اللَّهِ ۖ وَإِن تُصِبْهُمْ سَيِّئَةٌ يَقُولُوا هَٰذِهِ مِنْ عِندِكَ ۚ قُلْ كُلٌّ مِّنْ عِندِ اللَّهِ ۖ فَمَالِ هَٰؤُلَاءِ الْقَوْمِ لَا يَكَادُونَ يَفْقَهُونَ حَدِيثًا ۝٧٨
Ainamaa takoonoo yudrikkumul mawtu wa law kuntum fee buroojim mushai yadah; wa in tusibhum hasanatuny yaqooloo haazihee min indil laahi wa in tusibhum saiyi`atuny yaqooloo haazihee min `indik; qul kullum min `indillaahi famaa lihaaa `ulaaa`il qawmi laa yakkaadoona yafqahoona hadeesaa
📖 Afaan Oromoon
“Eessallee yoo taatan duuti isin argataOdoo gamoowwan ciccimoo keessa taatanillee (isin irraa hin hafu)Yoo toltuun wahii isaan tuqu immoo “kun Rabbiin biraayi” jedhuYoo hamtuun wahii isaan tuqu immoo “(yaa Muhammad!) kun si biraayi" jedhu“Hunduu Rabbiin biraayyi" jedhiUmmanni kun maaltu isaaniif jiraayyi dubbii homaayyuu hubachuutti hin dhihaanne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 76-80 — Suuratu An-Nisa

76الَّذِينَ آمَنُوا يُقَاتِلُونَ فِي سَبِيلِ اللَّهِ ۖ وَالَّذِينَ كَفَرُوا يُقَاتِلُونَ فِي سَبِيلِ الطَّاغُوتِ فَقَاتِلُوا أَوْلِيَاءَ الشَّيْطَانِ ۖ إِنَّ كَيْدَ الشَّيْطَانِ كَانَ ضَعِيفًا
Warri amanan karaa Rabbii keessatti loluIsaan kafaran immoo karaa xaaghuutaa keessatti loluGargaaraa sheyxaanatiin lolaaDhugumatti tooftaan sheyxaanaa dadhabaa tae
77أَلَمْ تَرَ إِلَى الَّذِينَ قِيلَ لَهُمْ كُفُّوا أَيْدِيَكُمْ وَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ وَآتُوا الزَّكَاةَ فَلَمَّا كُتِبَ عَلَيْهِمُ الْقِتَالُ إِذَا فَرِيقٌ مِّنْهُمْ يَخْشَوْنَ النَّاسَ كَخَشْيَةِ اللَّهِ أَوْ أَشَدَّ خَشْيَةً ۚ وَقَالُوا رَبَّنَا لِمَ كَتَبْتَ عَلَيْنَا الْقِتَالَ لَوْلَا أَخَّرْتَنَا إِلَىٰ أَجَلٍ قَرِيبٍ ۗ قُلْ مَتَاعُ الدُّنْيَا قَلِيلٌ وَالْآخِرَةُ خَيْرٌ لِّمَنِ اتَّقَىٰ وَلَا تُظْلَمُونَ فَتِيلًا
Sila gara isaan harka keessan (lola irraa) qabadhaa; salaatas gadi dhaabaa; zakaas kennaa jedhamanii hin ilaallee? Yeroma lolli dirqama isaan irratti ta’u yoma san gareen isaan irraa ta’e sodaa akka Rabbiin sodaatanii yookiin sodaa san caalu namoota sodaatan“Yaa Gooftaa keenya! Maaliif lola dirqama nurratti taasifte? Odoo yeroo gabaabaa nu tursiiftee (maal qaba)?” jedhan“Qananiin addunyaa xiqqaadha; Aakhiraan nama (Rabbiin) sodaatuuf caalaadhaHanga qajjiisaa (qola killee) Timiraa hin miidhamtan" jedhi
78أَيْنَمَا تَكُونُوا يُدْرِككُّمُ الْمَوْتُ وَلَوْ كُنتُمْ فِي بُرُوجٍ مُّشَيَّدَةٍ ۗ وَإِن تُصِبْهُمْ حَسَنَةٌ يَقُولُوا هَٰذِهِ مِنْ عِندِ اللَّهِ ۖ وَإِن تُصِبْهُمْ سَيِّئَةٌ يَقُولُوا هَٰذِهِ مِنْ عِندِكَ ۚ قُلْ كُلٌّ مِّنْ عِندِ اللَّهِ ۖ فَمَالِ هَٰؤُلَاءِ الْقَوْمِ لَا يَكَادُونَ يَفْقَهُونَ حَدِيثًا
“Eessallee yoo taatan duuti isin argataOdoo gamoowwan ciccimoo keessa taatanillee (isin irraa hin hafu)Yoo toltuun wahii isaan tuqu immoo “kun Rabbiin biraayi” jedhuYoo hamtuun wahii isaan tuqu immoo “(yaa Muhammad!) kun si biraayi" jedhu“Hunduu Rabbiin biraayyi" jedhiUmmanni kun maaltu isaaniif jiraayyi dubbii homaayyuu hubachuutti hin dhihaanne
79مَّا أَصَابَكَ مِنْ حَسَنَةٍ فَمِنَ اللَّهِ ۖ وَمَا أَصَابَكَ مِن سَيِّئَةٍ فَمِن نَّفْسِكَ ۚ وَأَرْسَلْنَاكَ لِلنَّاسِ رَسُولًا ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ شَهِيدًا
Toltuu irraa wanti si tuqe kamillee RabbirraayyiHamtuu irraa wanti si tuqe kamillee lubbuu kee irraayiNamootaaf ergamaa taasifneetiin si ergineRagummaaf Rabbiin qofti ga’adha
80مَّن يُطِعِ الرَّسُولَ فَقَدْ أَطَاعَ اللَّهَ ۖ وَمَن تَوَلَّىٰ فَمَا أَرْسَلْنَاكَ عَلَيْهِمْ حَفِيظًا
Namni ergamichaan ajajame dhugaatti Rabbiin ajajameeraNama gara gale immoo isaan irratti eegaa taasifnee si hin ergine
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
78Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 78

Suuratu An-Nisa Aayah 78 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Eessallee yoo taatan duuti isin argataOdoo gamoowwan ciccimoo keessa taatanillee…

Suuratu Aayah 78/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 76–80. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers