Az-Zukhruf · 73/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
لَكُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ كَثِيرَةٌ مِّنْهَا تَأْكُلُونَ ۝٧٣
Lakum feehaa faakihatun kaseeratum minhaa taakuloon
📖 Afaan Oromoon
Isiniif ishee keessa fuduraalee baay’ee isaan irraa nyaattantu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 71-75 — Suuratu Az-Zukhruf

71يُطَافُ عَلَيْهِم بِصِحَافٍ مِّن ذَهَبٍ وَأَكْوَابٍ ۖ وَفِيهَا مَا تَشْتَهِيهِ الْأَنفُسُ وَتَلَذُّ الْأَعْيُنُ ۖ وَأَنتُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Qoriiwwan warqee irraa ta’aniifi kubbaayyaan isaan irra naanna’amaIshee keessas waan lubbuun feetuufi ijji itti gammaddutu jiraIsin ishee (jannata) keessatti hafoodha” (jedhamaani)
72وَتِلْكَ الْجَنَّةُ الَّتِي أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Jannata ishee dhalchifamtan kana waan hojjachaa turtaniini
73لَكُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ كَثِيرَةٌ مِّنْهَا تَأْكُلُونَ
Isiniif ishee keessa fuduraalee baay’ee isaan irraa nyaattantu jira
74إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي عَذَابِ جَهَنَّمَ خَالِدُونَ
Yakkamtoonni adabbii jahannam keessatti hafu
75لَا يُفَتَّرُ عَنْهُمْ وَهُمْ فِيهِ مُبْلِسُونَ
(Adabichi) Isaan irraa hin salphifamu; isaanis ishee keessatti abdii muratoodha
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
73Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 73

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 73 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isiniif ishee keessa fuduraalee baay’ee isaan irraa nyaattantu jira

Suuratu Aayah 73/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 71–75. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers