Az-Zukhruf · 72/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
وَتِلْكَ الْجَنَّةُ الَّتِي أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ ۝٧٢
Wa tilkal jannatul lateee ooristumoohaa bimaa kuntum ta`maloon
📖 Afaan Oromoon
Jannata ishee dhalchifamtan kana waan hojjachaa turtaniini

🎧 Caqasi


📜 Aayah 70-74 — Suuratu Az-Zukhruf

70ادْخُلُوا الْجَنَّةَ أَنتُمْ وَأَزْوَاجُكُمْ تُحْبَرُونَ
Isiniifi haadholiin manaa keessanis gammadaa jannata seenaa” (isaaniin jedhama)
71يُطَافُ عَلَيْهِم بِصِحَافٍ مِّن ذَهَبٍ وَأَكْوَابٍ ۖ وَفِيهَا مَا تَشْتَهِيهِ الْأَنفُسُ وَتَلَذُّ الْأَعْيُنُ ۖ وَأَنتُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Qoriiwwan warqee irraa ta’aniifi kubbaayyaan isaan irra naanna’amaIshee keessas waan lubbuun feetuufi ijji itti gammaddutu jiraIsin ishee (jannata) keessatti hafoodha” (jedhamaani)
72وَتِلْكَ الْجَنَّةُ الَّتِي أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Jannata ishee dhalchifamtan kana waan hojjachaa turtaniini
73لَكُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ كَثِيرَةٌ مِّنْهَا تَأْكُلُونَ
Isiniif ishee keessa fuduraalee baay’ee isaan irraa nyaattantu jira
74إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي عَذَابِ جَهَنَّمَ خَالِدُونَ
Yakkamtoonni adabbii jahannam keessatti hafu
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
72Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 72

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 72 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jannata ishee dhalchifamtan kana waan hojjachaa turtaniini

Suuratu Aayah 72/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 70–74. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers