Az-Zukhruf · 74/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Az-Zukhruf
إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي عَذَابِ جَهَنَّمَ خَالِدُونَ ۝٧٤
Innal mujrimeena fee `azaabi jahannama khaalidoon
📖 Afaan Oromoon
Yakkamtoonni adabbii jahannam keessatti hafu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 72-76 — Az-Zukhruf

72وَتِلْكَ الْجَنَّةُ الَّتِي أُورِثْتُمُوهَا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Jannata ishee dhalchifamtan kana waan hojjachaa turtaniini
73لَكُمْ فِيهَا فَاكِهَةٌ كَثِيرَةٌ مِّنْهَا تَأْكُلُونَ
Isiniif ishee keessa fuduraalee baay’ee isaan irraa nyaattantu jira
74إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي عَذَابِ جَهَنَّمَ خَالِدُونَ
Yakkamtoonni adabbii jahannam keessatti hafu
75لَا يُفَتَّرُ عَنْهُمْ وَهُمْ فِيهِ مُبْلِسُونَ
(Adabichi) Isaan irraa hin salphifamu; isaanis ishee keessatti abdii muratoodha
76وَمَا ظَلَمْنَاهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا هُمُ الظَّالِمِينَ
Nuti isaan hin miine; garuu isaan (ofumaaf) miidhaa hojjattoota ta’an
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
74Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 74

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 74 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yakkamtoonni adabbii jahannam keessatti hafu

Suuratu Aayah 74/89 — Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Az-Zukhruf Caqasi, Az-Zukhruf Hiikkaa, Az-Zukhruf mp3, Az-Zukhruf pdf. Aayah 72–76. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers