Az-Zukhruf · 89/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Az-Zukhruf
فَاصْفَحْ عَنْهُمْ وَقُلْ سَلَامٌ ۚ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ ۝٨٩
Fasfah `anhum wa qul salaam; fasawfa ya`lamoon
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) isaan irraa gara galii “nagaan (isin irra haa jiraatu)” jedhiin; (waan isaan mudatu) fuula dura beekuuf jiru
🎧 Caqasi

📜 Aayah 87-89 — Az-Zukhruf

87وَلَئِن سَأَلْتَهُم مَّنْ خَلَقَهُمْ لَيَقُولُنَّ اللَّهُ ۖ فَأَنَّىٰ يُؤْفَكُونَ
Eenyu akka isaan uume odoo isaan gaafattee “Allaahdha” jedhuAkkamumatti irraa garagalfamuree
88وَقِيلِهِ يَا رَبِّ إِنَّ هَٰؤُلَاءِ قَوْمٌ لَّا يُؤْمِنُونَ
Jechi inni (nabi Muhammad SAW!) “yaa Gooftaa kiyya! Dhugumatti, isaan kun ummata hin amanne” jedhe (sunis Allaah bira jira)
89فَاصْفَحْ عَنْهُمْ وَقُلْ سَلَامٌ ۚ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ
(Yaa Muhammad!) isaan irraa gara galii “nagaan (isin irra haa jiraatu)” jedhiin; (waan isaan mudatu) fuula dura beekuuf jiru
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
89Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 89

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 89 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) isaan irraa gara galii “nagaan (isin irra haa…

Suuratu Aayah 89/89 — Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Az-Zukhruf Caqasi, Az-Zukhruf Hiikkaa, Az-Zukhruf mp3, Az-Zukhruf pdf. Aayah 87–89. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers