Ad-Dukhan · 29/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
فَمَا بَكَتْ عَلَيْهِمُ السَّمَاءُ وَالْأَرْضُ وَمَا كَانُوا مُنظَرِينَ ۝٢٩
Famaa bakat `alaihimus samaaa`u wal ardu wa maa kaanoo munzareen
📖 Afaan Oromoon
Samiifi dachiin isaan irratti hin boonye; kan tursiifanis hin turre

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 27-31 — Suuratu Ad-Dukhan

27وَنَعْمَةٍ كَانُوا فِيهَا فَاكِهِينَ
Qananii ishee keessatti gammadaa turanis
28كَذَٰلِكَ ۖ وَأَوْرَثْنَاهَا قَوْمًا آخَرِينَ
Akka kanatti ummata biraa ishee dhaalchifne
29فَمَا بَكَتْ عَلَيْهِمُ السَّمَاءُ وَالْأَرْضُ وَمَا كَانُوا مُنظَرِينَ
Samiifi dachiin isaan irratti hin boonye; kan tursiifanis hin turre
30وَلَقَدْ نَجَّيْنَا بَنِي إِسْرَائِيلَ مِنَ الْعَذَابِ الْمُهِينِ
Dhugumatti, Ilmaan Israa’iil adabbii salphisaa irraa nagaya baafne
31مِن فِرْعَوْنَ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَالِيًا مِّنَ الْمُسْرِفِينَ
Fir’awni irraa (ni baraarsine)Inni boonaa, daangaa dabraa irraa ta’eera
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 29

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samiifi dachiin isaan irratti hin boonye; kan tursiifanis hin turre

Suuratu Aayah 29/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers