Ad-Dukhan · 28/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
كَذَٰلِكَ ۖ وَأَوْرَثْنَاهَا قَوْمًا آخَرِينَ ۝٢٨
Kazaalika wa awrasnaahaa qawman aakhareen
📖 Afaan Oromoon
Akka kanatti ummata biraa ishee dhaalchifne

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 26-30 — Suuratu Ad-Dukhan

26وَزُرُوعٍ وَمَقَامٍ كَرِيمٍ
Oyruufi iddoo jireenyaa gaggaariis
27وَنَعْمَةٍ كَانُوا فِيهَا فَاكِهِينَ
Qananii ishee keessatti gammadaa turanis
28كَذَٰلِكَ ۖ وَأَوْرَثْنَاهَا قَوْمًا آخَرِينَ
Akka kanatti ummata biraa ishee dhaalchifne
29فَمَا بَكَتْ عَلَيْهِمُ السَّمَاءُ وَالْأَرْضُ وَمَا كَانُوا مُنظَرِينَ
Samiifi dachiin isaan irratti hin boonye; kan tursiifanis hin turre
30وَلَقَدْ نَجَّيْنَا بَنِي إِسْرَائِيلَ مِنَ الْعَذَابِ الْمُهِينِ
Dhugumatti, Ilmaan Israa’iil adabbii salphisaa irraa nagaya baafne
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 28

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka kanatti ummata biraa ishee dhaalchifne

Suuratu Aayah 28/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers