Ad-Dukhan · 51/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي مَقَامٍ أَمِينٍ ۝٥١
Innal muttaqeena fee maqaamin ameen
📖 Afaan Oromoon
Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 49-53 — Ad-Dukhan

49ذُقْ إِنَّكَ أَنتَ الْعَزِيزُ الْكَرِيمُ
Dhandhami; dhugumatti, ati simatu cimaa, arjaa (of fakkeessuu) turtee
50إِنَّ هَٰذَا مَا كُنتُم بِهِ تَمْتَرُونَ
Inni kun waan isa mamaa turtan sani” (isaaniin jedhama)
51إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي مَقَامٍ أَمِينٍ
Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa
52فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiifi burqituuwwan keessa
53يَلْبَسُونَ مِن سُندُسٍ وَإِسْتَبْرَقٍ مُّتَقَابِلِينَ
Walitti gara galoo ta’anii (uffata) hariira haphiifi hariira furdaa irraa ta’e uffatu
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
51Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 51

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 51 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri Rabbiin sodaatan iddoo nagayaa keessa

Suuratu Aayah 51/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 49–53. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers