Al-Maidah · 86/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Maidah
وَالَّذِينَ كَفَرُوا وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْجَحِيمِ ۝٨٦
Wallazeena kafaroo wa kazzaboo bi Aayaatinaaa ulaaa`ika Ashaabul Jaheem
📖 Afaan Oromoon
Isaan kafaranii keeyyattoota keenyas kijibsiisan, sunniin warra ibiddaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 84-88 — Suuratu Al-Maidah

84وَمَا لَنَا لَا نُؤْمِنُ بِاللَّهِ وَمَا جَاءَنَا مِنَ الْحَقِّ وَنَطْمَعُ أَن يُدْخِلَنَا رَبُّنَا مَعَ الْقَوْمِ الصَّالِحِينَ
Sila maaltu nuuf jiraayyi Rabbiifi dhugaa irraa waan nutti bu’etti hin amanne? Gooftaan keenya ummata gaggaarii wajjin nu seensisuus ni hawwina" (jedhu)
85فَأَثَابَهُمُ اللَّهُ بِمَا قَالُوا جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ خَالِدِينَ فِيهَا ۚ وَذَٰلِكَ جَزَاءُ الْمُحْسِنِينَ
Sababaa waan isaan jedhaniitiin Rabbiin jannatoota laggeen ishee jala yaatu, kan ishee keessatti hafan taanii isaan mindeesseKunis mindaa warra toltuu hojjatanuuti
86وَالَّذِينَ كَفَرُوا وَكَذَّبُوا بِآيَاتِنَا أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْجَحِيمِ
Isaan kafaranii keeyyattoota keenyas kijibsiisan, sunniin warra ibiddaati
87يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تُحَرِّمُوا طَيِّبَاتِ مَا أَحَلَّ اللَّهُ لَكُمْ وَلَا تَعْتَدُوا ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يُحِبُّ الْمُعْتَدِينَ
Yaa warra amantan! gaggaarii waan Rabbiin isiniif hayyamee haraama hin taasisinaaDaangaas hin dabrinaa; Dhugumatti, Rabbiin warra daangaa dabranu hin jaalatu
88وَكُلُوا مِمَّا رَزَقَكُمُ اللَّهُ حَلَالًا طَيِّبًا ۚ وَاتَّقُوا اللَّهَ الَّذِي أَنتُم بِهِ مُؤْمِنُونَ
Halaalaafi gaarii haala ta’aniin Waan Rabbiin isiniif kenne irraas nyaadhaaRabbii Isa isin itti amantan sodaadhaa
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
86Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 86

Suuratu Al-Maidah Aayah 86 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan kafaranii keeyyattoota keenyas kijibsiisan, sunniin warra ibiddaati

Suuratu Aayah 86/120 — Suuratu Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Maidah Caqasi, Suuratu Al-Maidah Hiikkaa, Suuratu Al-Maidah mp3, Suuratu Al-Maidah pdf. Aayah 84–88. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers