Qaf · 10/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Qaf
وَالنَّخْلَ بَاسِقَاتٍ لَّهَا طَلْعٌ نَّضِيدٌ ۝١٠
Wannakhla baasiqaatil laha tal`un nadeed
📖 Afaan Oromoon
Hundee muka timiraa dhedheeroo, kan daraaraa kuufamaa qabuus (ni magarsine)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 8-12 — Qaf

8تَبْصِرَةً وَذِكْرَىٰ لِكُلِّ عَبْدٍ مُّنِيبٍ
Gabricha tawbatuuf hubannaafi gorsa akka ta’uuf (kana goone)
9وَنَزَّلْنَا مِنَ السَّمَاءِ مَاءً مُّبَارَكًا فَأَنبَتْنَا بِهِ جَنَّاتٍ وَحَبَّ الْحَصِيدِ
Samii irraas bishaan barakaa qabu buufnee ergasii isaan ashaakiltiiwwaniifi firiiwwan haamamanis biqilchine
10وَالنَّخْلَ بَاسِقَاتٍ لَّهَا طَلْعٌ نَّضِيدٌ
Hundee muka timiraa dhedheeroo, kan daraaraa kuufamaa qabuus (ni magarsine)
11رِّزْقًا لِّلْعِبَادِ ۖ وَأَحْيَيْنَا بِهِ بَلْدَةً مَّيْتًا ۚ كَذَٰلِكَ الْخُرُوجُ
Gabroota nyaachisuuf jecha (buufne)Isaan (bishaan saniin) dachii duutuu jiraachifneBaafamuunis akkasuma
12كَذَّبَتْ قَبْلَهُمْ قَوْمُ نُوحٍ وَأَصْحَابُ الرَّسِّ وَثَمُودُ
Isaaniin dura ummanni Nuuh, warri eelaa (biirii)fi Samuudis ni sobsiifte
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Qaf 10

Suuratu Qaf Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hundee muka timiraa dhedheeroo, kan daraaraa kuufamaa qabuus (ni magarsine)

Suuratu Aayah 10/45 — Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Qaf Caqasi, Qaf Hiikkaa, Qaf mp3, Qaf pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers