Qaf · 35/45
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Qaf
لَهُم مَّا يَشَاءُونَ فِيهَا وَلَدَيْنَا مَزِيدٌ ۝٣٥
Lahum maa yashaaa`oona feehaa wa ladainaa mazeed
📖 Afaan Oromoon
Isaaniif waan fedhantu ishee keessa jiraNu bira daballis jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 33-37 — Suuratu Qaf

33مَّنْ خَشِيَ الرَّحْمَٰنَ بِالْغَيْبِ وَجَاءَ بِقَلْبٍ مُّنِيبٍ
“Nama fagotti Rabbi sodaatee, onnee gara Rabbii deebituun dhufeefi
34ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ ۖ ذَٰلِكَ يَوْمُ الْخُلُودِ
Nagayaan ishee seenaa; sun guyyaa hafiinsaati” (jedhama)
35لَهُم مَّا يَشَاءُونَ فِيهَا وَلَدَيْنَا مَزِيدٌ
Isaaniif waan fedhantu ishee keessa jiraNu bira daballis jira
36وَكَمْ أَهْلَكْنَا قَبْلَهُم مِّن قَرْنٍ هُمْ أَشَدُّ مِنْهُم بَطْشًا فَنَقَّبُوا فِي الْبِلَادِ هَلْ مِن مَّحِيصٍ
Isaan dura dhaloota humnaan isaan irra ciccimoo turan baay’ee balleessinee jirraBiyya keessa “iddoo baqaa argannaa?” jechaa fiigaa turan
37إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَذِكْرَىٰ لِمَن كَانَ لَهُ قَلْبٌ أَوْ أَلْقَى السَّمْعَ وَهُوَ شَهِيدٌ
Dhugumatti, nama onnee qabuuf yookiin isa yeroo (gorsa) irratti hirmaatu gurra itti kennuuf, sana keessa yaadannootu jira
QafTarreeffama Qur'ana
45Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — Qaf 35

Suuratu Qaf Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaaniif waan fedhantu ishee keessa jiraNu bira daballis jira

Suuratu Aayah 35/45 — Suuratu Qaf ق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Qaf Caqasi, Suuratu Qaf Hiikkaa, Suuratu Qaf mp3, Suuratu Qaf pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers