At-Tur · 40/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
أَمْ تَسْأَلُهُمْ أَجْرًا فَهُم مِّن مَّغْرَمٍ مُّثْقَلُونَ ۝٤٠
Am tas`aluhum ajran fahum mim maghramim musqaloon
📖 Afaan Oromoon
Moo mindaa isaan gaafatteeti kaffaltiin isaa isaanitti ulfaate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 38-42 — Suuratu At-Tur

38أَمْ لَهُمْ سُلَّمٌ يَسْتَمِعُونَ فِيهِ ۖ فَلْيَأْتِ مُسْتَمِعُهُم بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
Moo kortoo (samii geessu) kan isa keessaan (maleykota) dhagayantu isaaniif jira! Dhaggeeffataan isaanii ragaa ifa ta’een haa dhufu
39أَمْ لَهُ الْبَنَاتُ وَلَكُمُ الْبَنُونَ
Moo Isaaf ilmaan dubaraa jiraataniiti isiniif immoo ilmaan dhiiraa jiru
40أَمْ تَسْأَلُهُمْ أَجْرًا فَهُم مِّن مَّغْرَمٍ مُّثْقَلُونَ
Moo mindaa isaan gaafatteeti kaffaltiin isaa isaanitti ulfaate
41أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ
Moo isaan bira iccitiin fagoo jiraateeti isaan barreeffatan
42أَمْ يُرِيدُونَ كَيْدًا ۖ فَالَّذِينَ كَفَرُوا هُمُ الْمَكِيدُونَ
Lakkii! Tooftaa baasuu fedhaniWarri kafare isaanuma kan tooftaan itti baafamu
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
40Aayah

Hiikkaa — At-Tur 40

Suuratu At-Tur Aayah 40 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Moo mindaa isaan gaafatteeti kaffaltiin isaa isaanitti ulfaate

Suuratu Aayah 40/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 38–42. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers