At-Tur · 41/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ ۝٤١
Am `indahumul ghaibu fahum yaktuboon
📖 Afaan Oromoon
Moo isaan bira iccitiin fagoo jiraateeti isaan barreeffatan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu At-Tur

39أَمْ لَهُ الْبَنَاتُ وَلَكُمُ الْبَنُونَ
Moo Isaaf ilmaan dubaraa jiraataniiti isiniif immoo ilmaan dhiiraa jiru
40أَمْ تَسْأَلُهُمْ أَجْرًا فَهُم مِّن مَّغْرَمٍ مُّثْقَلُونَ
Moo mindaa isaan gaafatteeti kaffaltiin isaa isaanitti ulfaate
41أَمْ عِندَهُمُ الْغَيْبُ فَهُمْ يَكْتُبُونَ
Moo isaan bira iccitiin fagoo jiraateeti isaan barreeffatan
42أَمْ يُرِيدُونَ كَيْدًا ۖ فَالَّذِينَ كَفَرُوا هُمُ الْمَكِيدُونَ
Lakkii! Tooftaa baasuu fedhaniWarri kafare isaanuma kan tooftaan itti baafamu
43أَمْ لَهُمْ إِلَٰهٌ غَيْرُ اللَّهِ ۚ سُبْحَانَ اللَّهِ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Moo Rabbiin malee gabbaramaa biraa qabu? Rabbiin waan isaan itti qixxeessan irraa qulqullaa’e
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — At-Tur 41

Suuratu At-Tur Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Moo isaan bira iccitiin fagoo jiraateeti isaan barreeffatan

Suuratu Aayah 41/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers