An-Najm · 18/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
لَقَدْ رَأَىٰ مِنْ آيَاتِ رَبِّهِ الْكُبْرَىٰ ۝١٨
Laqad ra aa min aayaati Rabbihil kubraaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, inni mallattoolee Gooftaa isaa gurguddoo irraa argeera

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 16-20 — Suuratu An-Najm

16إِذْ يَغْشَى السِّدْرَةَ مَا يَغْشَىٰ
Yeroo wanti haguugu mukattii qurquraa haguugu (arge)
17مَا زَاغَ الْبَصَرُ وَمَا طَغَىٰ
Ijji gamaa gamana hin jallanne, irras hin dabarre
18لَقَدْ رَأَىٰ مِنْ آيَاتِ رَبِّهِ الْكُبْرَىٰ
Dhugumatti, inni mallattoolee Gooftaa isaa gurguddoo irraa argeera
19أَفَرَأَيْتُمُ اللَّاتَ وَالْعُزَّىٰ
Mee (taabota) Laatiifi Uzzaa (jedhaman) naaf himaa
20وَمَنَاةَ الثَّالِثَةَ الْأُخْرَىٰ
Manaatiin kan sadaffaa duubatti haftuu taates (naaf himaa)
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — An-Najm 18

Suuratu An-Najm Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, inni mallattoolee Gooftaa isaa gurguddoo irraa argeera

Suuratu Aayah 18/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers