Ar-Rahman · 14/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
خَلَقَ الْإِنسَانَ مِن صَلْصَالٍ كَالْفَخَّارِ ۝١٤
Khalaqal insaana min salsaalin kalfakhkhaari
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Ar-Rahman

12وَالْحَبُّ ذُو الْعَصْفِ وَالرَّيْحَانُ
Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru
13فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
14خَلَقَ الْإِنسَانَ مِن صَلْصَالٍ كَالْفَخَّارِ
(Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume
15وَخَلَقَ الْجَانَّ مِن مَّارِجٍ مِّن نَّارٍ
Sheyxaana immoo boba’aa ibiddaa kan aara hin qabne irraa uume
16فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 14

Suuratu Ar-Rahman Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume

Suuratu Aayah 14/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers