Ar-Rahman · 22/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
يَخْرُجُ مِنْهُمَا اللُّؤْلُؤُ وَالْمَرْجَانُ ۝٢٢
Yakhruju minhumal lu `lu u wal marjaanu
📖 Afaan Oromoon
Isaan lamaan irraayyuu faayaafi burjaanaatu baha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Ar-Rahman

20بَيْنَهُمَا بَرْزَخٌ لَّا يَبْغِيَانِ
Gidduu isaanii dahootu jira; walitti hin makamanu
21فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
22يَخْرُجُ مِنْهُمَا اللُّؤْلُؤُ وَالْمَرْجَانُ
Isaan lamaan irraayyuu faayaafi burjaanaatu baha
23فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
24وَلَهُ الْجَوَارِ الْمُنشَآتُ فِي الْبَحْرِ كَالْأَعْلَامِ
Dooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 22

Suuratu Ar-Rahman Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan lamaan irraayyuu faayaafi burjaanaatu baha

Suuratu Aayah 22/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers