Ar-Rahman · 52/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
فِيهِمَا مِن كُلِّ فَاكِهَةٍ زَوْجَانِ ۝٥٢
Feehimaa min kulli faakihatin zawjaan
📖 Afaan Oromoon
Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 50-54 — Suuratu Ar-Rahman

50فِيهِمَا عَيْنَانِ تَجْرِيَانِ
Isaan lamaan keessa madda yaa’an lamatu jira
51فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
52فِيهِمَا مِن كُلِّ فَاكِهَةٍ زَوْجَانِ
Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira
53فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
54مُتَّكِئِينَ عَلَىٰ فُرُشٍ بَطَائِنُهَا مِنْ إِسْتَبْرَقٍ ۚ وَجَنَى الْجَنَّتَيْنِ دَانٍ
Afata hariira furdaan guutame irratti hirkatanii taa’uFuduraaleen jannata lamaanii dhihoodha
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 52

Suuratu Ar-Rahman Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira

Suuratu Aayah 52/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers